Gidduu kana jaarmaan maqaa Oromoo maxanfate tokkommoo gadi baheera. Bara darbe 2012 jalqaba irratt akkasuma dhaabi bira maqaa Adda bilisummaa…
Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa'ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata. Keessuma…
Seena Oromoo keesati jabana xibbaa-xibboo jedhame kan beekamu bara sirni gadaa laafatee gadaan lagati gale,bara abbootiin gadaa aangoo irra umurii…
THERE IS NO CHANGE IN TPLF AND OROMO’S ARE IN DANGER – STOP THE DONORS!! By Nemera Dinsse…
[rev_slider boruu] Abdii Boruutiin Kutaa afraffaa – Qabsoo bilisummaa keessatti heddoominni jaarmayoota uummataaf bu'aa hin fidu Akkuma beekamu fi amanamu…
Y.G(2005) Namni ykn humni yk Biyyi tokko , Qabsoo gaaffii mirgaa wayita gaggeessu, bu’urri murannoo isaa mata duree har’aa…
Abdii Boruutiin Kutaa sadaffaa - Dhugaa ragaa qabu moo afaanfaajjessaa dha? Iccitiin jiru hoo maali? Akkuma kanaan duraa har'as kutaa…
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa – Lammiileen Oromoo maal jedhu? Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti "gaafii guddaa…
Abdii Boruutiin Kutaa duraa - Gaafii guddaa yeroo ammaa? Waldhabbii qabsaa'ota Oromoo jidduutti uumameen kan ka'e waggoota dabran keessatti…
Abdii Boruutiin Haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo yoon ilaalu ykn itti yaadu waa baay'ee tu sammuu kiyya keessa deddeebi'ee akkan gadifageenyaan…