Yaada

Dhimmi rakkoo alaabaa Oromoo ka ar’a eegalameemiti

Shabboo Miidiyaa: xiinxalaa siyaasaa maali mallisaa? Gaammee Galgaloo. Dubbiin Oromoo eessatti akka baddee baruu yoo barbaadde Sirritti caqasi! https://youtu.be/nivHhbwmEZs

4 years ago

Jeequmsi sababa Facebook Live haasawuu kun faashina yeroon fidde waan ta’eef ni dabra.

Ji'a caamsaa 2017 dhimma waliiti wacuu yeroo san ture waan jedhe Walitti aaruufi walitti wacuu marsaalee hawaasaa irratti deddemu kanarratti…

4 years ago

Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame

Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi…

4 years ago

Haasawa Dr. Ittaanaa Habtee har’a iccitii Obboo Johaar Muhammed jedhee dubbate haasawa mizana kaasu miti.

Haasawa nama baratees hinfakkaatu. Maqa balleessi nama dhunfaa fakkaata. Waan qabsoo sabaaf dubbatamees natti fakkaachuu dide. Gara jibba dhunfaatti harkaa…

4 years ago

Jawar the Activist and Jawar the Politician

There has been much chatter from all directions over the last several days since Jawar Mohammed conducted his first ever…

4 years ago

“Toophiyaan qilee haa seentuu malee abadan barcuma jalatti hin qabnu!”

https://www.youtube.com/watch?v=zfjodErGVe0

4 years ago

QBO Keessatti Waan Hir’ate Haa Guuttannuu

Akeeka QBO Dura dubbii, akeekni Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) ifaa dha. Akeeka QBO irratti harki gudddan ummata Oromoo waliif gala…

4 years ago

Maraammartoo abbaa irrummaa sirnoota ItoophiyaaXiinxala gabaabaa

Yahayaa Bashiiriin Akka itti sirnoonni Dargii fi EPRDF lafa qabatanii abbaa irrummaa diriirsan namni beeku kamuu waan amma deemaa jiru…

4 years ago

Biyya sirni haqa hin taane ture keessatti rakkoolee ummataa daawwitii wal qixxummaa qofaan furuun waan hin danda’amneef haqummaa diriirsuun dirqama

"Siif ammallee fagoodha" Sababni Wal qixxummaaf qabsaa'uun ajandaa ta'eef haalli wal qixxummaa dhabuu waan uumameef. Wal qixxummaan dhabamuun immoo qaamni…

4 years ago

Hireen WBO maal ta’uuf deema?

TPLF kophaa isaa WBO/UFEFCF malee PP wajjin marii araaraa ni godhaa? Berhanu Hundee Seensa Akka yeroo ammaa fuula miidiyaalee hawaasaa…

4 years ago