Sagantaa virtual yaa'ii hagayya 15 bara 2020 gadgeeyfamu Gara: Jaarmolee, Hawaasota, Waldoota Amantaa, Waldaalee Dubartootaa , Dargaggoo Oromoo, fi Ummata…
With more than 200 deaths and a massive crackdown unimaginable just a few months ago, the ruling prosperity party is…
1. Qabsoon uummata Oromoo sadarkaan inni itti jiru haala ariifachiisaa ta'een jijjiiramaa jira. Erguma Haacaaluun wareegamee irraa kaaseeyyuu, hoggantoonni jaarmiyaalee…
Berhanu Hundee Akkuman kanaan dura irra deddeebi’ee barreessaa ture, Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) diinota lama qaba. Isaanis diina keessaa fi…
*By Malkamuu Jaatee, June 2020 Introduction The vicious cycle of political conflict sustained in Ethiopia due to several factors related…
Aalamuddiin warqii Gujii, Shaakkisoo baasee akka fedhetti osoo gurguratuu ; ummata naannoo sanii gargaaruu mitii, summiin warshaa sanirraa bahaa ture…
1. Rakkoon biyya Itoophiyaa waggaa tokkoon as bifa jijjiiratee jira. Akka waggoota darbanii adda dureedhaan rakkoo waa'ee wal-qixxummaa, democracy, kabaja…
Waxabajjii 01, 2020 Abbaa Urjii tiin: Gabrummaan (Colonialism) sirna biiyti ykn sabni tokko, burqaa diinaggee tiif, biyya ykn saba biraa…
Boruu barraaqaatiin Murni ergamtuu Nafxanyaa Oromiyaa irratti fe'amte kan 'Mootummaa Oromiyaa' ofiin jettu Oromoos tahee Oromiyaa bakka hin buutu. Oromoon…
Abiyyi ilmi nafxanyaa erga dhiiga oromootiin aangoo dheebotaa ture argatee kan inni diinoffate ummatuma dhiiga cobsee lafee cabsee aangotti isa…