Abbaa Urjii

Kitaaboota dubbifamuu qaban

Kitaaboota dubbifamuu qaban

2 years ago

INTIFAADAA Ummata OROMOO

  Bitooteessa,05, 2016 Abbaa Urjii tiin:   Intifaadaan jecha afaan Arabaa ti. Hikkaan, sossooha waa ifirraa hurgufuu jechuu dha. Sossoohinsi…

8 years ago

Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa

  Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira.…

8 years ago

Seenaa Gabaabduu Obbo Aammad Sheekh Usmaan Qawwee

  (Abbaa Abdii) Baha Oromiyaa keessatti iddooleen seena qabeessa tahan heddu. Lola diddaa gabrummaa tiif Calanqo, harshifiif Goda Wanjii, magaalaaf…

9 years ago

Seenaa Gabaabduu Obbo Araarsoo Boruu

  (1952 – 2015) Qabsoon bilisummaa ummata Oromiyaa, arra, sadarkaa if duuba hin deebine geeysee jirti. Akkanumaa waliin, bahaa-bu'ii amna…

9 years ago