Afaan Oromoo

Kitaaboota dubbifamuu qaban

Gumaata Abbaan Urjii seenaa ogbarruu Afaan Oromootiif gummaachan laayyoomiti

Kitaabni seenaa dhugaan lafarra ture karaa bareedaan barraawee dhaloota barsiisuu dandayu kitaaba Abbaa Urjii kana. Kitaaba akkaataa nuuf galuun, akka beeynutti nuuf barraawe. Jiruu fii jireenya hawaasaa bifa asoosamaatiin seeneysaa seenaa fii qabsoo Oromoon kheeysa as dabarte nu bashannansiisaa nu barsiisa.

Kitaabonni isaa seenaa, eenyummaa, duudhaa, qabsoo, Afaan Oromoo fii waa hunda nama barsiisan waan taheef bitadhaa dubbisaa. Warri biyya alaa jirtan hiree laaftumatti arkachuu qabdan waan taheef Abbaa Urjii iyyaafadhaa dubbisaatii kitaaba harka kheeysanitti galfadhaa beekumsa horadhaa. Seenaa kheenya barannee, sirritti akheekkannee hegeree teenyaas haa tilmaamnuu, dhaloota dhufuus seenaa haa dhaalchifnuu.

Nuti warri biyya kheeysaa ammoo RAAMMISOO fii HUURSO malee kan biraa hin arkanne. Dharraa kitaabota khanaatiin khaf taanee jirra. Kabajamaa fii jaalatamaa abbaa keenya hayyuu gameeysa seenaa hedduu nu barsiise Abbaan Urjii kitaabota kanneen gama biyyaatti akka nuuf ergu isatti waywaanna.

bilisummaa

Recent Posts

OLLAA Comments on US Visit to Ethiopia

This past week, US Secretary of State Antony Blinken visited Ethiopia. During his visit, he met…

2 days ago

Shaakala barnoota Afaan Oromoo

Jecha sirrii faallaa maqibsaa tahe fili!

1 week ago

OLLAA & Word BEYOND War Launch Campaign For Peace in Southern Ethiopia

U.S. Secretary of State Antony Blinken's upcoming visit to Addis Ababa, Ethiopia on March 15…

1 week ago

A call on the Oromo elites to promote Oromo Extermination Memorial Day

By Leenjiso HoroMarch 13, 2023This call on the Oromo elites is to urge them to…

1 week ago

Gargaarsi uummata Booranaa hongeen miidhameef ergame hannaan gurguramaa jira.

Gargaarsi uummata Booranaa hongeen miidhameef geeffamaa ture gariin gara baadiyyaa dhaqqabaa hin jiru, kaan ammoo…

2 weeks ago

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have…

3 weeks ago