Amiin Jundii

ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan ‘native’ warra USA fii Canada ala hinta’u.

Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame…

9 years ago

ODFn Ari’un Wayyaanee  ABO jabeessuufi Haaromisuufi carraa haaraya uuma.

     Akkumma sab-qunnamitiilee adda addaa irraa dhagayaa jirrutti obboleeyyan keenya dhaaba haaraya ODF jedhu moggaafatanii qabsoo karaa nagayaa ummata…

9 years ago

Fottoquu fi Oromiyaa walaboomtu ijaaruu jidduu garaagarummaan jiraa?

Abdii Boruutiin* Kaayyoon barruu kiyyaa, hiika jechootni lamaan kun qabani fi garaagarummaa isaaniis ibsuufi miti. Kana warra barumsa fi ogummaa…

11 years ago