Boruu barraaqaa

‘የፍቅር ከተማ’ jedhanii? ‘Yaa Marqa si Afuufuun si Liqimsuufi’

(Kutaa 2ffaa) Boruu Barraaqaa Kutaa 1ffaa dabre keessatti afanfaajjii maqaa jedhuun Habashoonni magaalaalee Oromiyaa akka Jimmaa, Dirree Dhawaa fi Harar…

9 years ago

‘የፍቅር ከተማ’ jedhanii? ‘Yaa Marqa si Afuufuun si Liqimsuufi’

Boruu Barraaqaa Namni marqa jaalatu akka kootii tokko barruu kana mammaaksa marqaatiin yoo jalqabu hancuufatu afaan guuta. Eeyee! Marqi nyaata…

9 years ago

Irbuu Gootota Keenya Shinniggaa: Furmaata Hookkara Maqaa Amantiitiin Deemuutti Jiruu

Lammiileen Kiristiyaanaa Itoophiyaa irraa tahan 28 Liibiyaa geessatti bulguuwwan ISISiin gorra’amuun hunda keenya rifaasise. Torbaan lamaan tokko duras Keeniyaa Yuniversiitii…

9 years ago

ከኣቶ ያሬድ ጥበቡ ኦሮምያን ለሁለት የመግመስ ነፍጠኛዊ ‘ጥበብ’ በስተጀርባ

ስማቸው የተጠቀሰው ኣዛውንት ደርግን ለመጣል በተደረገው ትግል ውስጥ በወጣትነታቸው የተካፈሉ ናቸው። ሁዋላ ላይ ግን ከተሰለፉበት ሃይል ተለይተው ጉዋዶቻቸው ቱባ ቱባ…

9 years ago

(Keessumattuu ilmaan Oromoo OPDO fi humna waraanaa biyyattii keessa jiraniif)

  Boruu Barraaqaa Warri Wayyaanee Oromootti dhaadachuu jalqabuun har’a feef miti. Gaafa 1992, yeroo ABO Mootummaa Cehumsaa keessaa dhiibanii baasan…

9 years ago

Sad News: Five Oromo refugees die on the Sudanese-Libya border

According to a close source, five Oromo refugees have reportedly died and other wounded after they just crossed the border…

9 years ago

Irreecha Irree Tokkummaa Keenyaa Taasisuu Irratti Of-eeggannoo Godhamuu Qabu

Akkuma beekamu yeroon isaa yeroo Irreechaa ti. Ayyaana kana yeroo kabajnu hundumaa dhugaa dagachuu hin qabne jabaa tokkotu jira. Irreecha…

10 years ago

“Hiree Murteeffannaa Dura Uummatni Oromoo Bilisoomuu Qaba,” Dubbi-himaa ABO

Namoo Daandii     Dhaabni siyaasaa haaraan hogganootaa fi miseensota ABO duraanii of keessaa qabuu fi Obbo Leencoo Lataan hoogganamu…

11 years ago

Harás Borus Biyti Teenya Oromiyaa, Ummanni Keenya Oromoo, Kaayyoon Keenyas Bilisummaadha!

  Qabsoon bilisummaa Oromoo ABOdhaan hogganamu waggoota afurtamman dabran gargaarsa tokkoon maleetti fi duula diinota qabsoo kana dhabamsiisuuf irratti faraqaan bobba’an lakkoobsaan hedduu…

11 years ago