Du’a

Oduu Gaddaa :

Hegeree Oromiyaatin Sabbonaan Oromo Obbo Mohammed Abu Baker Mohammed Hunbannaa Guraandhala 3/2015tti Kiniyaa Magaalaa Naayrobitti Du,aan Addunyaa Kanarraa Boqatee jira.…

9 years ago

JAALA KEENYA DHABNUS DALGAN ISAA UTUBAA SEENA TA’EE NUU WALIN JIRAATA. IBSA GADDAA JAARMIYAA HAWAASA OROMOO ARIIZONA IRRA KENNAME

Obbo Mohammed Adam Muummad, bara 1959 baha Oromiyaa Nannawa gaara mul’ataa Ona Baddannoo Laga Raammis Araddaa Ija Bunaa bakka ja’amtutti…

9 years ago