Guyyaa Gootootaa

Kabajaa Ayyana Gotota Oromo 2015 fi Caayaa Tokkommaa Baqattota Oromo Biyya Masrii. Ebela 26/2015

Hawaasni Oromo fi Mesenssonni Caayaa Tokkommaa Baqattota Oromo Biyya Masrii Magaalaa Cairotti jiraatan ebela 26/2015 kabajaa Ayyaana Gotota Oromo 2015…

9 years ago

B/J/ Kamaal Galchuu: “Qabsoon biyya keessaa finiinaa jirti”

https://youtu.be/pkrb14kfQMI Kora guddaa, kora xiqqaa, guyyaa WBO, guyyaa Gootoota jechuun bara baraan wal afeeranii seenaa gootootaa kaleessa wareegamanii wal yayyaadachiisanii…

9 years ago

“ABO jechuun lafee ummtaa Oromoo jechuudha, faajjii ummata Oromoo jechuudha” eenyuun fakkeessuuf Alaaba Oromoo qabatee habashatti galuufi ODF?

Guyyaan Gootota Oromoo MN USA bara kanaa keessummaa kabajaa taate kan argamte, Gootittii j/ Urjii Dhaabaa miseensa WBO duraanii kan…

11 years ago

GGO: Sabboonummaan Oromoo maali? Eenyutu Sabboonaa ykn Sabboontuu dha?

    Abdii Boruutiin   Yeroo baay’ee yoo dubbatamu ykn barreeffamu, sabboonummaan Oromoo guddachaa akka dhufe agarsiisa. Dhugaa dhas; galanni…

11 years ago

Labsa Guyyaa Gootota Oromoo – Adda Bilisummaa Oromoo

Yaadannoon gootota qabsoo bilisummaa Oromoof osoo qabsawanii wareegamani kan barbaachiseef waan aadeeffatame qofaaf osoo hin taane guyyaa kana seenaa qabsoo…

11 years ago

Guyyaa Gootota Oromoo 2013, Magaala Bern, Switzerland

Magaala Bern, Switzerland keessa tti sabboontonni Oromoo gaafa 13.04.2013 Guyyaa Gootota Oromoo 2013 yaadatanii oolaniiru. Guyyaa kana qabsaawota Ooromoo mirga…

11 years ago

Guyyaa gootota Oromoo Ilaalchisuun, Dhaamsa ABO Irraa Kenname.

Danbaliin Jijjirama ABO, Imaanaa Jaallan Keenya Wareegamniif Galmaan Gaha! Uummati Oromoo maraa fi qabsa’otiin adda bilisummaa Oromoo guyyaa gootota keenyaa…

11 years ago