Mootummaa

“Nutii Xoophiyaa dullattii suphuuf miti kan waggaa 40 fi 50 ol qabsoofneef, biyya Oromoof taatu ijaarrannee ofiin of bulchuufi”

Prof. Mararaa Guddinaa "Nutii Xoophiyaa dullattii suphuuf miti kan waggaa 40 fi 50 ol qabsoofneef, biyya Oromoof taatu ijaarrannee ofiin…

2 years ago

Gaachana Sirnaa: Sirna Gadaa Deebisuu Moo Biltsiginnaa Aangoorratti Tiksuu?

Finfinnee, Mootummaan naannoo Oromiyaa waraana Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiruu irra aanuuf caasaalee nageenyaa jedhu haaraa uumaa jira. Caasaalee haaraa dabalaman…

2 years ago

Lammiin biyya tokkoo nagayaan biyya isaa keessa jiraachuun mirga qaba

Mana maree dhimmoota Islaamummaa Toophiyaa (ce'umsaa) irraa haleellaa namoota nagaa irra ga'aa jiru ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kenname Maqaa Rabbii akkaan…

2 years ago

Haxxishoo! Guddadhu!

Amaan Kamsareetiin Waan Mootummaa Bilxiginnaa Buqqiftee Aangoo Oromiyaa Fudhachuu Dubbadhu! Seenaa fi maalummaa riphee-lolaa ilaalchisee ammaan dura gulantaalee guddinna loltuu…

2 years ago

Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame

Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi…

2 years ago

Eebilaa fi Barattoota Oromoo!!!

Akkuma beekamu Ji'i Eebilaa waggaa darbe irraa kaasee uummata Oromoo biratti ji'a addaati.Ji'i kun Ji'a qabsoon uummata Oromoo Laafee ture…

9 years ago