oduu

OMN sagantaa Afaan Arabaan tamsaasuun dhugaa ummata keenyaa addunyaa afaan keenya hin beeyne dhageeysisuufi Oromoo addunyaan wal barsiisuuf faaydaa guddaa qaba.

------------------------------------ -Najiib Zannuun Diinoonni Oromoo takkaa rafanii hin beekan. Kan isaan hirriiba dhabaniif cubbuu fi shira xaxuu,akkasumas ummata Oromoo gandaan…

6 years ago

RSO: Haala hama yeroo Ammaa baqattoota Oromoo Yamanii fii Afrikaa Kibbaaartti raawwatamaa jiru

https://youtu.be/83yetT_k-jg   Gaafiif deebisaa RSO waayee Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo yeroo ammaa mudachaa jiru ...

7 years ago

Oduu Gaddaa :

Hegeree Oromiyaatin Sabbonaan Oromo Obbo Mohammed Abu Baker Mohammed Hunbannaa Guraandhala 3/2015tti Kiniyaa Magaalaa Naayrobitti Du,aan Addunyaa Kanarraa Boqatee jira.…

8 years ago

Obbo Mohaammad Shelfaa Webo Aakhiraman

 Muddee/December 9, 2014, mana yaala magaalaa Seattle(USA) keessatti bakka Obbaleeyyan, firroottan, waahillanii fi hawaasni Oromoo hedduminaan bira dhaabatanitti nagayaan boqote. Obbo Mohaammad Abba isaa…

8 years ago

Oduu lola naannoo Anniyyaa

Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti,…

9 years ago