Lola kaabaa Akkuma lola isa waggaa lama duraa ammas humni waraanaa PP 'Ajaja Bahaa' jedhamu daangaa cehee Eertiraa akka seenu…
Oolmaa Caffee Irratti Yaada Koo Ashaaraa Dhugaa! Seensa Filannoo marsaa 6ffaanin miseensa Caffee Oromiyaa ta'e! Shawaa Kaabaa Naannoo filannoo Kuyyuu…
Finfinnee, Mootummaan naannoo Oromiyaa waraana Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiruu irra aanuuf caasaalee nageenyaa jedhu haaraa uumaa jira. Caasaalee haaraa dabalaman…
Bu’uruma kanaa ➡#1ffaa Obbo Lammaa Magarsaa- Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ➡#2ffaa-Obbo Isheetuu Dassee Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa Ta’uun yoo mudaman Pireezidaantiin…
#OromoProtests. "Dhaamsa Arsii lixaa irraa Namootni armaan gaditti taayitaafi bilbilli isaanii maqaa waliin tarraa'e kunniin, abbootii aangoo Godina Arsii Lixaa…
Ethiopian People's Revolutionary Democratic Front (EPRDF) led by Tigrayan People's Liberation Front (TPLF) have stolen democracy, money, votes, and liberty…
(http://voicesforvoiceless.blogspot.se/) Nama tuffatan saree jalatti dhaanu: barbaachisummaan OPDO hanga Woyyaaneen Oromiyaa seentee hiddaan lafa qabattu qofaaf ture: erga hidda gadi…
My objective of writing article on this topic is based on the the development of our struggle against the dictator…
https://youtu.be/gyrEVqH9vU0