Eddoo Addaa Addaatti Hiriira-mormiitifi Gaffilee akka OPDOtti Deebisuu Hindandeenyen Dhiphachaa Jirti OPDOn biyyaa addaa addaatti mormiin ishe muuddata jira. Haaluma…
Minnesotaafi OPDO Jilli OPDO kan Wayyaaneen gara biyya alaa bobbaafte mormii cimaan isa qunnaamuu gabaasota dhihaatan irraa argaa jirra. Warri…
Qabsoon bilisummaa Oromoo sadarkaa kam irra jira? Guutuu Guraandhala 2015 Gaafii kana Oromoota heddutu gaafataa jira. Deebiin kennamaa jiruus, akkasuma…
Seenaa Abdissa Akkuma Beekamu Imalli Qondaaltonni Mootummaa dhimma Hin beekamneef gara Ameerikaa fi Awuurooppaatti godhanii fi Simannaan Diaspooraan Oromoo…
Jilli OPDO kan Wayyaaneen gara biyya alaa bobbaafte mormii cimaan isa qunnaamuu gabaasota dhihaatan irraa argaa jirra. Warri Melbourne guutumatti…
Guyyaa Amajjii 31, 2015 Hawaasti Oromo Australia, magaalaa Melbourne keessa jiraatu sochii ergamtoota diinaa garee OPDO, Abdulhaaziiz Mohamed I/A/bulchaa Oromiyaa…
Hawi olani Kesesaatiin Uummatni Oromoo baroota darban keessatti qabsoo bilisummaa isaatiif adeemsisaa ture keessatti dargaggootni qabsoo boonsaa galmeessisaa turuun …
Their Bodies Dragged and Put on Pubic Display for Resisting Oppression Against Tigrean Habesha Rulers [Viewer Discretion Advised: Graphic Photo]…
(FBC) Filannoo Biyyaalessaa 5ffaa irratti waltajjii-marii Faanaa Biroodkaastiing Korporeet Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun qopheesse geggeeffamaa jira. Waltajjicha haasaan kan…
By Fayisa Tesfaye Waggoota dheeraadhaaf sabboontota fi lammii Oromoo mana hidhaatti guursisaa fi ajjeessisaa ka turee fi ammas jabeeysee gochaa…