Kabajamtoota Hojjattoota, Miseensootaa fi Deeggartoota OMN Hundaaf, Hogganaa Bordii Oromia Media Network, Dok. Hamzaa Abdurazaaq, dura taa’umaa Boordii OMN, irraa…
Afaan Oromoof Haa dirmanuu Ijooleen Habasha (OPDOn) gartun yaakkamtun kun harree oftee diina Oromiyyaa galchuusheti bara 1991 kassee ummaati keenya…
Harka Fuune akkam jirtu Obboloota kiyya? Akkuma beekamu Filannoon bara 2014/2007 adeemsifamuuf Ji'oota muraasa qofatu hafee jira. Paartileen siyaasaa uummata…
Finfinnee Caamsaa 13 2006(FBC)Adeemsii sirna dimookraatawa,nageenyaafi bulchiinsa gaarii har'a mula'ataa jiruu qabsoo hadhaawaa waggootii dheeraa injifannoo caamsaa 20 bar 1983n…
Firehiwot Guluma Tezera TPLF is forcing Oromo civil servants to become member of the Oromo Peoples’ Democratic Organization,…
Dhugga Baasi Ani Miseensa OPDO ti wagoota 20 darban hunda gutuu akka hiree ta'ee dhaabba kana kessati qabsa'aa ture; ji'aa…
Hayyee! Attam jirtu? Barreeffama kana yoo dheerate iyyuu haala mijateen gurra sabaan nuuf gahaa! Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun…
Kun dhaamsa gabaabaa guyyaa gootota Oromoo ilaalchisee Pirezidaantii ODF Obbo Lencoo Lataa irraa dhihaatee dha
Bitootessa 21,2013, Finfinnee (Gabaasa Qeerroo) — Walgayiin Qaamolee OPDO Miseensota Giddu Galaa Bitootessa 17 hanga Bitootessa 20, kaleessatti itti ture.…