Oromoo

Walgahiin yaadannoo guyyaa WBO fi ayyaana bara haarya 2015 magaalaa Skara Swedinitti  Konyaa Ayyaantuu Dagaan qophooyte  Amajjii 3, 2015 gaggeefamte.

Tartiiba sagantaa qophii tanaa hordafuun  J/Ibsaa Caffee barreessaan KHR walgahii akka banuuf D/T KHR Konyaa J/Abdalla Abdi  gara waltajjiitti afeere.…

11 years ago

Hating woyane only by thought will not lead us to freedom

Firehiwot Guluma Tezera Jan 10,2015 There is no doubt that the biggest aspiration of Oromo nationals living abroad and under…

11 years ago

Meet Toltu Tufa right here in Washington, DC

All Oromo in Washington DC Metro Area will have a chance to meet Toltu Tufa, who came all the way…

11 years ago

Eebba Fiilmii MARSII MOOYI irratti haala oo’aan gad geeyfame

(Galanni kan Jajjaboo Sabaati) Guyyaa 3/1/2015 Eebba Fiilmii MARSII MOOYI irratti haala oo"aa ta'een Ayyaana Ganna haarawaa wojjiin wol Qabatuun…

11 years ago

Sabni Oromoo maal barbaada?

Abdii Boruutiin Ummanni keenya amma maal barbaada? 1-Dhaaba waa fiduu malee dhaaba seena fi hawwii itti himuu miti 2-Dhaaba waa…

11 years ago

Dargaggoon Oromoo lama rasaasa askara Sa’uudiitin ajjeefaman

ODUU Gaddaa, IJoollee Oromoo Lama Kanneen Enyummaan isaanii Hin beekkamin isaanii Gara Sa'udi Arabiyaa Deemaa jiru, Guyyaa 11/12/2014 Daanggaa Biyya Sa'udi…

11 years ago

Oromoon Oromiyaa Xiqqoo Qabsoo Oromiyaaf Maal Gumaachan?

First Oromos to arrive in the US back in 1970s.They served as an ambassador of the Oromo people when a…

11 years ago

“YOO DUBBANNE BUUBBEE YOO CALLIFNE BUQQEE”

"Akka hin nyaanne Zangaadaa marqitee Akka hin dhiifne Waa itti carreessitee" Kunoo dubbiin tiyya Tan akkasii taate Gad baasee himachuu…

11 years ago

”Bareedde bareedde jennaan mucayyoon ija bobaafte jedhan”

Oosiiyaas Yoonaa Jidduu kana olola addaa tokkotu oofama; innis Professeroonnii fi Doktoroonni keenyi bu'aa wayiitu akka hin buufne taasisanii namoonni…

11 years ago

Amajjii Guyyaa 3/1/2015 Hawaasa Oromoo fagoo-dhihoo jiran hunda Konyaan Ayyaantuu Dagaa Kabajaan issin afeera!!

Beeksisa Waamicha Walgahii Amajjii Guyya WBO Amajjii Guyya 3/01/2015 Ilmaan Oromoo biyya Swedin magaalaa skara fi Naannoo isii jiraattanif kuta…

11 years ago