https://youtu.be/yC3YUhOLVVQ Namni Afaanii fii Aadaa isaa hin beeyne tokko an Oromoodha ofiin jechuun ......
Gamteessaa Sabaatiin Bara durii namichaan wayii biyya tokko keessa jiraataa ture. Innillee yeroo wayii dhibamee mana yaalaa aadaa heddu dhaqee;…
***************** Aadaafi duudhaa gabbataan hawaasa tokkoo osoo irraanfatamanii hinbadiin tooftaalee adda addaatiin dhalootaa dhalootatti akka darbu gochuun barbaachisaadha. Tooftaalee kanneen…