Tokkummaan Oromoo hunda dursu akka qabuu fi daandiin qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuu danda’u tokkummaa Oromoo jabeessuu duwwaa akka…
Bilisummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo Dhugoomsuuf Tokkummaan Dhaabbilee Siyaasa Oromoo Murteessaa dha. Qabsoon hadhooftuu bara dheeraa dhaloota irraa dhalootatti darbaa…
Injifannoo dhiigaafii lafee jaallan wareegamaniitiin lafaafii mirga hagoo irratti argame, wareegamaan tiyfachuun abdiifii dambooba hegeree walabummaa Oromiyaati!!! xumura bara 2014…
GURMEESSUU YKN IJAARUU ( ORGANIZING ) Humni namoota hedduu yoo wal ta'ee hojjate jijjirraa fiduudhaf gahaa yoo ta'u namni tokko…
Onkoloolessa 19, 2014 Ayyaana Irrechaa yeroo jalqabaaf gaafa 18.10.2014tti Magaala Nürnbergtti kan Kabajame ole yemmu ta’u Seena Ayyaanicha maal akka…
Ibsa Walii galtee garee Koree Yeroo ABO tan Obboo Ibraahim Muummeetiin gad geeyfamtuu fii garee Shanee ABO ....laalchisee..Ibsaa fii gaafiif deebisaa Obboo…
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta'uu dhaaf; yoo danda'ame…
Abdii Boruutiin Bara gabrummaa jalatti kufee kaasee uummanni Oromoo qabsoo bilisummaa hadhaawaa otuu hin godhin dabree hin beeku.…
Abdii Boruutiin Kutaa shanaffaa – WTT (Waa Taa Taa?) Quboonni sadeen kun maaliif dhaabbatu? Maal agarsiisu, maal jechuu dha?Waa Taa Taa?– Waa…