WBO

Warraaqsa Bilisummaa Qindeessitan Sababaa Jedhuun Sabboontoti Oromoo Heddumminaan Hidhamaa Jiru.

Milishooti Gandaa Bakka Adda Addaatti FDG Deggeruun Muldhate. (QEERROO) Mootummaan Wayyaanee FDG dura dhaabbachuuf, uummata Oromoo hidhuu araada godhatee itti…

8 years ago

“Namootni yertuun abdii ilaalchaa kutatan harka kennatannii biyyatti galan “

Ibsaa Nagawoo jiili Adda Dimokraatawaa Oromoo (ADO) Obbo Leencoo Lataatiin hoogganamu Finfinneetti deebi'uu ilaalchisee Bitootessa 19, 2015 | Face Book Ibsaa…

8 years ago

Ibsa   Guyyaa  Ayyaana  WBO  Ilaalchisee  JTBO-ABO Yemen irraa  kenname

Jaarmayaan  Baqattoota  Oromoo  ABO  Yemen   Ammajjii  9-2015  Magaalaa  Sana'aattii  Hawaasa   Oromoo   Maraaf  Waamicha  Gochuudhaan   Hirmaachisee  Gaafa   Ammajjii 9-2015  Sirna Hoo'aan  …

8 years ago

Sadarkaa duraatti kan qabsoo Oromoof gumaacha godhe Macaa fii Tuulama

Gaafiif deebisa preezdaanttii ADO obboo leencoo Lataa waliin taasifam...seenaa qabsoo laalchisee http://youtu.be/TQFeqD9xyoA

8 years ago

Alaaba Oromoo Ibsiitu dukkanaa, guyyaa si dhabbannee gabrummarraa baanaa!!

Amajjii 1. Guyyaa yaadannoo WBO Torontoo Kanaadaa https://www.facebook.com/video.php?v=1568070903437333  

8 years ago

Ayyaana Guyaa WBO biyya Ayelaanditti Kabajamee oole.

Ayyaanni gootota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) kan bara 2015 kaleess gafa 17/01/15 magalaa guddittii Ayerlaan Dabliin keessatti haala howwaa fi…

8 years ago

Ibsa Ijjannoo Godina ABO Jijjiiramaa Giddu Gala Baha Eeeshiyaa

  Nuti Miseensonni Giddu Gala Baha Eeshiyaa Ayyaana Amajjii 1 , bara 2015 Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO dhaa Sababeeffachuudhaan…

8 years ago

Ayyaana WBO Amajjii 2015 Ireland

https://www.facebook.com/video.php?v=10154997882770391&pnref=story

8 years ago

Dr. Diimaa Nagawoo: “Oromiyaan ta nama hundaati”

Ibsa ODF, ABO garee shanee: Gaafiif deebisaa Itti aanaa Obboo Leencoo Lataa Dr. Diimaa Nagawoo akkasumas gara kaaniin garee shaneee…

8 years ago

Gurmuu  Miseensota  WBO  Biyya  Aalaa

Amajjiin tokko guyyaa WBO fi Uummata Oromoo keessaa fi Alaa biratti haala ho’aan kabajama .Kanaaf gaafa Amajjii 1/ 2015  akka…

8 years ago