Oduu Haaraya

Waamicha: Amajjii 1/ 2016 akka DC sa’a 2=00 pm fi akka Awrooppaa sa’aa 8:00 galgala irraa kaasee Karaa sararaa paltolk Mana wiirtuu Gadaa Bilisummaa …

 

gmwba1Amajjiin tokko guyyaa WBO fi Uummata Oromoo keessaa fi Alaa biratti haala ho’aan kabajama. Kanaaf gaafa Amajjii 1/ 2016  akka DC sa’a 2=00 pm fi akka Awropa sa’a 8=00  galgala irraa kaasee  Karaa sararaa paltolk Mana wiirtuu Gadaa Bilisummaa Oromoo ti ,Guyyaa kana Gurmuun Miseensota WBO Biyya Ambaa waliin akka ayyaneffattan kabajaan hafeeramtaniittu,guyyaa kana Hogganni ABO Dhaamsa Bara Haaraa fi dhimma haala yaroo irratti ibsa nuuf  godhu.Seenaa Guyyaa WBO ilaalchisee .Hawwisooti WBO kan Biyya Alaa keessatti arkamanii fi Artstooti Oromoo kan Afeeraman wal duraa duubaan faaruu warraqsaa dhiheessuun isin bashannansiisu,akkasumas Walaloolee ,geerarsa fi Makamasan . Miseensoti WBO warren qabsoo irratti Qaamaa hirratan fi Mana Hidhaatti Torchiidhaan miidhaman haasawaa godhu akkasumas tartiiban isin keesumsiisu.Dhimmi FDG haala bilbiltuu dha  suniis ni kaafama  akkamitti akka uummata keenya bira dhabbatnu irratti yaada wal dabarfatna.

Injifatnnoon Uummata Oromoof!!!

Check Also

lidatuu ayyalee

“Himannaa sobaatiin shororkeessaa jedhamee baqataa ta’ee hafuu hin barbaadu”

Namota biyya alaa taa’un hookkara kaasuun mootummaa Federaalaafi naannoo humnaan kuffisuuf sochii taasisaniiru jechuun Mootummaan …