Shabboo Miidiyaa: Sabaa himaa bilisa fii walaba, oduu fii jatte jetteen yeroo tee hin balleessu. Akka mirga keetiif falmattu malaa fii toftaa ittin gabrummaa jalaa baatu sitti akeeka, onnee sitti hora. Gorsa mimmi’aawaan sammuu kee qara. Irra fayyadami!
Tags Gaammee galgaloo Maali-Mallisaa Shabboo miidiyaa
Check Also
Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi …