———————————— -Najiib Zannuun Diinoonni Oromoo takkaa rafanii hin beekan. Kan isaan hirriiba dhabaniif cubbuu fi shira xaxuu,akkasumas ummata Oromoo gandaan addaan qooduuf osoo tattaafataniiti. Diina …
Read More »
Gaafiif deebisaa RSO waayee Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo yeroo ammaa mudachaa jiru …
Read More »Hegeree Oromiyaatin Sabbonaan Oromo Obbo Mohammed Abu Baker Mohammed Hunbannaa Guraandhala 3/2015tti Kiniyaa Magaalaa Naayrobitti Du,aan Addunyaa Kanarraa Boqatee jira. Obbo Mohammed Abu Baker (Maammadeem) …
Read More »Muddee/December 9, 2014, mana yaala magaalaa Seattle(USA) keessatti bakka Obbaleeyyan, firroottan, waahillanii fi hawaasni Oromoo hedduminaan bira dhaabatanitti nagayaan boqote. Obbo Mohaammad Abba isaa Shelfaa Webo fi Haadha isaa …
Read More »Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti, hidhattoonni Liyyuu Poolis kani Wayyaneen …
Read More »