bilisummaa

Galmee Seenaarraa; Shoorri Jaal_Mullis_Gadaa qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessatti qabu

Adam Tukkaale Alii Kan dhalate godina Hararghee bahaa aanaa Cinaaqsan, ganda Mullisaa Igguutti yoo tahu, warra gootota dhalchuun beekamuu, goota…

4 years ago

Dhimmi qubee ‘k’ fi ‘kh’ falmisiisaa tahe

Afaan Oromoo keessatti qubeen dachaa dabalataa ni barbaachisaa? Wanti irraa hir'atu hoo jiraachuu malaa? Yoo tahes, adeemsi isaa akkam tahuu…

4 years ago

Galmee seenaa: DANDEETTII IJOOLLEEN OROMIYAA WAA DUBBISUUF QABDU

Jawaar Siraaj Muhammad / Hagayya, 2011 Barnoonni, hawaasa kamiifuu bu’ura guddinaati. Hireen barnootaatis mirga namoomaa kan bu’uraa waan taateef namayyuu…

4 years ago

Gaachana Sirnaa: Sirna Gadaa Deebisuu Moo Biltsiginnaa Aangoorratti Tiksuu?

Finfinnee, Mootummaan naannoo Oromiyaa waraana Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiruu irra aanuuf caasaalee nageenyaa jedhu haaraa uumaa jira. Caasaalee haaraa dabalaman…

4 years ago

Faaydaa qaccee/qaaraa

Gogaan qaama keenyaa akka dafee walitti hin butamnee fi dulluma yeroo malee nurraa ittisa Qaccee/qaaraa Dhiibbaa dhiiga to'achuufDhukkubi Onnee Nurra…

4 years ago

Manni barumsa qaro dhabeeyyii Baha Oromiyaa tana hin jiruu?

WAAN QALBII NAMA CABSU Yoo jiraachuu baate qaamni dhimmi kun ilaallatu maaliif haala mijjeeysee joollee tana akka baratan godhuu dhabe?…

4 years ago

Haalli qilleensaa magaalaa Finfinneetti uumame balalii xayyaaraa gufachiisuu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 Haalli qilleensaa magaalaa Finfinnee hurriin haguugamuu isaatiin balaliin xiyyaaraa harkifachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise. Daandichi harkifannaafi…

4 years ago

“Dubbiin Hangaasaa Ibraahim darbate bakakkaadha”

Miidiyaaleen Oromoo fii addunyaa dhimma Hangaasaan kalee dubbate waljalaa qabaa akkaan hafarsaa jiru..isaan keessaa: mursaa asjalatti tarifna. Dubbii Hangaasaan Ibraahim…

4 years ago

“Bakka namni du’aa jirutti biqiltuu dhaabna akka reeffi gaaddisa qabaatuuf. “

Tuniis baasa! Kana kan jedhe muummee ministeera Toophiyaa Abiyyi Ahmad! "Mootummaa sagalee ummataatiin Dimokiraasiin dhufe humni kamuu waraqaa fi sirbaan…

4 years ago

‘Death sentence’: Massacres fuel protests, resentment in Ethiopia

The growing frequency of violent episodes and a perceived lackadaisical approach by government in addressing the attacks have led to…

4 years ago