bilisummaa

Dhimmi rakkoo alaabaa Oromoo ka ar’a eegalameemiti

Shabboo Miidiyaa: xiinxalaa siyaasaa maali mallisaa? Gaammee Galgaloo. Dubbiin Oromoo eessatti akka baddee baruu yoo barbaadde Sirritti caqasi! https://youtu.be/nivHhbwmEZs

4 years ago

The Oromo changing their names as a show of pride

A surge in ethnic pride among Ethiopia's Oromo community, the country's largest ethnic group, is leading some, like Moti Begi,…

4 years ago

Jeequmsi sababa Facebook Live haasawuu kun faashina yeroon fidde waan ta’eef ni dabra.

Ji'a caamsaa 2017 dhimma waliiti wacuu yeroo san ture waan jedhe Walitti aaruufi walitti wacuu marsaalee hawaasaa irratti deddemu kanarratti…

4 years ago

Eenyuutu Mucucaatee? Jawar Mohammed, Dr. Itaanaa Habteeti?

https://www.youtube.com/watch?v=bK1bv4DuFPs Qaanqee show Habtaamuu: Ittaanaa fii Jawaar dhimma loltuu ABO laalchisee maal jechaa turan?

4 years ago

Obbo Jaawaar Mohaammad, alaabaa ABO seeraan ala itti dhimma bahuu hin qabu

Addi bilisummaa Oromoo (ABO)’n xalaayaa waxabajjii 06, 2022 dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo, Piroofeesar Mararaa Guddinaatiif barreesseen, Itti aanaa dura…

4 years ago

I am hereby resigning from OLF’s CC member and OLF’s membership effective immediately.

"Utubaan haga dhiiban qaba, haga dhiisan qaba" jedha Oromoon. Faranjoonnis " enough is enough" jedhu. Waan hinhubanne keessatti gubachuun gowwumaadha.…

4 years ago

Obboo Kaalid Bakar guyyaa har’aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions Booksii injifate

Oduu Gammachiisaa! Obbaleessi keenya Kaalid Bakar guyyaa har'aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions irratti injifatee jira! Kaalid Bakar yeroo Injifannoo galmeessu…

4 years ago

Daawud Ibsaa KFOn faajjii ABO akka itti hin gargaaramne akeekkachiise

Daldalli yeroo dheeraa itti daldalaa turan ka gaheef hin fakkaatu......jajjabduu dhufaa jirti... Gareen maqaa ABOn "qaca fii shaneetti adda baate…

4 years ago

Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame

Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi…

4 years ago

Haasawa Dr. Ittaanaa Habtee har’a iccitii Obboo Johaar Muhammed jedhee dubbate haasawa mizana kaasu miti.

Haasawa nama baratees hinfakkaatu. Maqa balleessi nama dhunfaa fakkaata. Waan qabsoo sabaaf dubbatamees natti fakkaachuu dide. Gara jibba dhunfaatti harkaa…

4 years ago