bilisummaa

Dhoohiinsa boombii magaalaa Deesstti lubbuun namoota shanii babarte

Naannoo Amaraa Magaala Dasee Bulchiinsa Boombaa Wuhaa jedhamu keessatti dhohiinsa boombii qaqqabeen lubbuun namoota shanii darbuu poolisiin hime. Boombii kana…

4 years ago

Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee

Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur'aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee keessummeessitee gaggeeysaa jirti. Sagantaan dorgommii…

4 years ago

Seerlugaa Afaan Oromoo

Kuusa galmee jechoota Afaan Oromoo 80000 ol tartiibaan

4 years ago

KFOn Alaa Manaan Hojitti Jira

Paartiin keenna KFOn guyyaa har'aa Waxabajjii 4/2014 ALI. caasaalee godinaa dhiibbaan waggoota lamaaf jalaa diiggamanii laaffifamanii turan deebisee ijaarutti jira.…

4 years ago

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaatti humnoota mootummaarratti injifannoo gonfachuu beeksise.

WBOn humnoonni mootummaa hedduunis bakkeewwan garaagaraatti fedhiin isatti makamaa jiraachuu himeeti jira. WBOn akka jedhetti,  Cibraan Madda Walaabuu Buttaan Jeneraal…

4 years ago

THREE STEP TEST TO BRINGING PEACE IN OROMIA:

If peace is really the goal! For any prospect of peace to come in Oromia, one may need to consider…

4 years ago

“Hoggontoonni keenya afaaniin walbummaa fii bilisummaa Oromiyaa jedhaa isin sobaa turan”

Haxeerarrii Hasawa Jawaar Mohammed kan guyyaa arraa magaalaa guddoo biyya Suweedin Stookholmitti godhe keessaa hanga tokkko 1ffaa An isin sobuu…

4 years ago

“Alaabaan ABO, Mallattoo, Fakkii fi Qabeenya ABO fi Ummata Oromooti!

Ibsa Ajaja olaanaa ABO-WBO Waltajjii hawaasni qopheessu irratti namooti dhuunfaa ejjennoo dhuunfaa isaanii haasaahanis, ejjennoo isaaniif kan gaafatama guutuu fudhatu…

4 years ago

Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne.

WARREEN WAAN JOHAR MUHAMMED TUQAMEEF DHAABARRAA UFBAAFTEE JETTANII KEESSAN NA GAAFATTAN HUNDAAF DEEBISAA KIYYA. Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii…

4 years ago

Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite

Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo…

4 years ago