bilisummaa

Ibsa waraqaa Ibsaa Nagawoo Caamsaa 28, 2015 Intarneetti Irratti facaaseef

Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) seenaa miseensota isaa  sirriti beekaa.Kan waan gaarii hojjataan saba isaaniii biraatti kabajaan  beekamuu. Worrii waan gadhee…

11 years ago

Ethiopia is Africa’s biggest prisoner of journalists.

https://youtu.be/Ey9Ygh5Ki6g The regime has turned the country into a giant prison.

11 years ago

Ethiopia opposition says elections an ‘undemocratic disgrace’

Addis Ababa (AFP) – Ethiopia’s main opposition party on Friday condemned weekend elections, which saw the ruling party cruise back…

11 years ago

Kabaja waggaa 1ffaa OMN magaalaa Jiddaa

--------------------- Miidiyaa walabaa ummata oromoo OMN eerga hundaa'ee kan wagggaa tokko lakkoofsiise kaleessa magaala jiddaatti sirna hoo'aan kabajamee ooleera. Anis…

11 years ago

Jeeqama ABO muddatee fi madda isaa

ABO fi qabsoon bilisummaa Oromoo jeeqama keessa turuunii fi jiraatuun waan haalamamuu miti. Jeqamni kun, dhokataa miti; ifaa dha; ija keenya…

11 years ago

Ibsa Gurmuu Qabsaawota fi Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo (GQM-ABO) …

  Ibsa GQM–ABO irraa dhimma “Tokkummaa Jaarmayoolee fi Gurmuulee ABO” Caamsaa 27, 2015 irratti labsa bahee ilaalchiisee Akkuma beekamuu fi…

11 years ago

Guyyaa har’aa Caamsaa 20,2007 barattootni Yunivarsitii ‪#‎BuleeHoraa‬ Fincilaa Diddaa Gabrummaa haalaa namaa gammachiisun itti fufaniiru.

 Walgahi ganamaa sa'aa saditti sababaa fincilaa waa'ee filmaatarratti ka'ee mari'achiisuf tattaaffi ergamtootni wayyaanee godhan harkaa fashaleessaniru. Akkumaa walgahiin kun jalqabeen,…

11 years ago

Tokkummaa maqaa ABO jijjiiramaatin labsame ilaalchisee Ibsa ABO B/G/Kamaal Galchuun durfamu irraa keename.

  Dimshaashatti dhaabni keenna ABOn tokkummaan dhugaa (tokkummaa haqaa) dhaabotii Oromo yookaan humnoota siyaasaa Oromoo  jiddutti tolfamu kamuu ni deeggara,…

11 years ago

Walii Galtee Hoogantoonni Qabsoo Oromoo Mooraa Qabsoo Oromoo Humneessuu fi Tokko taasisuu Irratti Taasisan Ilaalchisee, Ibsa Koree Sochii Fincila Oromoo (KSFO) Irraa Kenname.

  Adeemsi qabsoo bilisummaaf taasifamu bu’aa ba’iiwwan jajjabaa fi hadhaahaa kan qabu yoo ta’u; bu’aa ba’iiwwan kanneen keessaas, yaadaan wal…

11 years ago