bilisummaa

Nu hateera, nu yaateera…

Maddi. Raadiyoo Daandii Haqaatiin Qeeron kaate Lafaa Nu hateera.. Nu Nyaatera.. Nu Qorqeera.. Nu Saamera.. Nu gahaa.....Wogaa 24 issa baaneeraa Gabrumaan…

11 years ago

“Yoo bakka Korojoo kanatti na ajjeeftan anaaf maqaa dha isiniif garuu salphina bara baraati..

Seenaa Abdissa Wanti ta'e kun Godina Shawaa Kibba Lixaa Wallisoo bakka Dilallaa jedhamutti dha.Dubbiin akkas taate.Magaalaa kana keessatti Taajjabdoonni Afur…

11 years ago

Dhaamsaa Dr.Mararaa Guddinaa

=============================== "Kunoo amma Amboorraa deebi'uu kooti.Deggarsaa keessanif galatoomaa.Ergaa uummataa keenyaa bilisummaa dhugaa akka barbaaddatu daddammaqsinee haalaa seenaa qabun xummurreerraa.Namootaa miliyoonaan…

11 years ago

Filannoo wayyaanee jeeqamuun filannoon osoo hin geggeeffamin hafuun dhaga’amaa jira.

Godina Lixa Shawaa Gindabaratii fi Ona Guduruu keessatti ummatni gootummaan wayyaanee of irratti hin fillu jechuu irraa filannoon sirnichi adeemsisu akka…

11 years ago

QEERROO: Guyyaa Har’aa Naannowaan Mooraa Yuuniversitii Finfinnee Humna Waraana Wayyaaneen Marfamee Jira

Torbeewwan kana mootummaan Wayyaanee haala isa mudatee jiru keessatti sodaachuu irraan daandiiwwan irratti konkolaataa dhaabee sakattaaisuu gabaasuun kenya ni yaadatama,…

11 years ago

Waamichaa: Deeggartootaa KFO Hundaaf

Akkumaa agartanitti mootummaan abbaa hirree wayyaaneen Seeraa mataa isaati baasee kootta naan dorgomaa jedhee itti nu waamee cabsee tuffii hawaasa…

11 years ago

Ilaamn Oromoo Nagaan Afur Rasaasaan Rukutaman

Godina Bahaa Wallaggaa AANAA HAROO LIMMUUtti Uummatni Oromoo fi Qeerroon Bilisummaa Oromoo wal ta’uun Filannoo kijibaa Wayyaanee Irratti FDG dhoosuun…

11 years ago

Qophii Addaa Ka Guyyaa Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa

Sirna sagalee kennuu magaalaa Amboo Filannoo har’a, Caamsaa 24, bara 2015  Itiyoophiyaa keessatti geggeessamaa jiru ilaalchisuun, gabaasaalee keenya  magaalaalee adda…

11 years ago

Barattoonni Yunversiitii gara garaa akka sagalee hin kennine ugguraman jedhu

Dhimma Filannoon wal qabatee Guutummaa Oromiyaa keessatti Mootummaa fi Uummata gidduutti rakkoon uumamaa jira jedhu. Akkasumas Barattoota Oromoo Yunversiitii irra…

11 years ago

Wonbadeen Hin Dhiiftuu..!

Facebook Hamoommota taanee Bara maraa yaana Gaafa guyyaan geette Taphaan ala taana! Wonbadeen hin dhiiftuu Tan bosona yaate Dimokiraasi jedhaa…

11 years ago