Categories: Oduu Oromiyaa

Qophii Addaa Ka Guyyaa Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa

Sirna sagalee kennuu magaalaa Amboo

Filannoo har’a, Caamsaa 24, bara 2015  Itiyoophiyaa keessatti geggeessamaa jiru ilaalchisuun, gabaasaalee keenya  magaalaalee adda addaatti bobba’anii jiran dubbisnee jirra. Ka Naannoo Sabaa fi Sab-0lammootaa fi Uummatoota Kibbaatti bobba’ee jiru – Henook Semmaagzeer, Muummichi Ministaraa Itiyoophiyaa – Obbo Haile-mariam Dessalenyi –  aanaa filannoo Gunnenotti argamuun ennaa sagalee kennan dubbisee jira.

Namoota bakkawwan adda addaatti sagalee kennaa jiranii fi ka biroo illee dubbisnee jirra. Hayyoonni biyya keessaa deemsa filannoo ilaalaa jiranis hubannaa isaanii nuuf ibsanii jiran. Waan maraafuu guutummaa qophii keenya addaa.

Filannoo Itiyypiyaa ilaalchisee qophii qindaa’e armaan gaditti caqasaa
bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

4 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

4 months ago