bilisummaa

The following points are given by the office of the OLF-for Change, to the media until the leadership of the organization passes all rounded decisions and clarification:

OROMO LIBERATION FRONT Guyyaa : Onk. 24 , 2014   PRESS RELEASE The Oromo Liberation Front would like to give…

12 years ago

Qabsooytuun Sabaa isin Yaamte yaa ilmaan Oromoo!!

Lammiin gargaaruu barbaaddan... Baankii Internaashinaalii Oromiyaa Damee Magaalaa-152154955 ykn Baankii daldala Itoopiyaa Damee Magaalaa-1000063900568. Bilbiluus yoo feetan 0937513560 irratti bilbiluu…

12 years ago

Galmee Seenaa Irraa: Araarsitoota moo diigdoota? 20101016

Mooraa qabsoo Oromoo tazgabbeessina, Tokkummaa finna, laafinarraa gara jabinaatti ceena...ka si dinqu warra kana moo? warra salfii galee jara bara…

12 years ago

Dr.Diimaa Nagaoo: “ABOn akka malee natti jabaadha”

Dr. Diimaan bara kuma lamaa fii saddeet yeroo jijjiiramni garee ABO irraa foxxooyteen labsamu miseensa jijjiiramaa ta'uun isa kana nutti…

12 years ago

Addi Bilisummaa Oromoo ABO jijjiramaan beekamutti HD ta’ee kan ture G/Kamal Galchuu hatattammaan hooggansa HDummaa isaa irraa akka ari’ame beeksisuu.

  OROMO LIBERATION FRONT                    Gaafa:  Onkoloolessa/23/2014 Date:   10/23/2014 Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname. G/Kamal Galchuu eerga HD ABO…

12 years ago

Aadaa fii seraaa kenaa baradhaaa dhiroo!

1) Gumii gaadaa jechuun maal jechuudhaa? Gumiin kora (walgayii) yookiin walitti babbayii abbootii gadaatiifi gos­aati. Gumiin abbootii gadaa (yaa’aa )n…

12 years ago

Dr Diimaan Misooma Itoophiyaa Dinqisiifate!!

  (Oromedia, Finfinnee, 22 October 2014) Dr Diimaa Nagawoo misooma Itoophiyaa keessatti deemaa jirutti hedduu gammaduu isaa keessa beektoti saaxilan.…

12 years ago

Guyyaa har’aa aada ummata bareeda ‪#‎Oromo‬ ‪#‎Hararghee‬ isiin wal barsiisa kan beekuu ammo isiin yaadachiifnna

Barruu keenyya kana ammoo akka ‪#‎Share‬ fi ‪#‎Like‬cuqaasttanii hamilee dhan nuu jajjaabeesitanii ammas Seenaa babbareeda isiniif akka dhiheesinuu asumaan waada…

12 years ago

Iyyaa iyya dabarsaa! Wallistuu Oromoo jalatamtuu fii beekkamtuun Aaddee Haliimaa Daawwee dhukkubsattee sireerra jirti…dirmaadhaaf!!

.Na gargaaraa Adaraa!!! Yeroo Dargaggummaa koo Gaafa humni koo jirtu Gaafa Lammiin Oromoo Afaan sheetti qaanoftu Harargee qaxxaamuree Jimmaaf Aggaaroon…

12 years ago