bilisummaa

Hawaasnii Oromoo Noorweey hirrira mormii godhan.

Gabaasa kiyyaa Gonfaa tiin Hirrira nagaa biyya Norway magaalaa Oslo keessatti gaafa guyyaa 16 october 2014 gaggefamee jiraa.hirrira nagaa kana…

12 years ago

Filannoo fi Itoophiyaa (Kutaa 3ffaa)

Duula na filadhaa Duulli na filadhaa kan filannoo 2005/1997 fi kan 2010/2002 wolbira yo qabamu Waaqaa fi lafa. Bara 2005…

12 years ago

Afuura Kee Dhabne !

::::::::::::::::::::::::::::::::::::: Bakki jirtu eessaa? Biyya tamii laata Dhiira onnee guutuu Leenca ija barbadaa Yoomuu hin Cal'ifnee Lammiin si iyyaafataa Afuura…

12 years ago

Gabaasa Kabajaa Ayyaana Waggaa 50ffaa Waldaa Meccaa-Tuulamaa fi Ayyaana Irrecha Magaala Nürnberg biyyaa Jarmaniitti kabjame

Onkoloolessa 19, 2014 Ayyaana Irrechaa yeroo jalqabaaf gaafa 18.10.2014tti  Magaala Nürnbergtti  kan Kabajame ole yemmu ta’u Seena Ayyaanicha maal akka…

12 years ago

Dhaabni suuqii tahee..Magaalaan oowwitee?

Duuraan nu fakkaattee gadheen nutti maltee Dubbii mammaaksaan Oromoon dubbattee; “Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee” Kunoo hubadhu mee dubbiin akkas…

12 years ago

Barri 2014 Seenaa Qabsoo Oromoo keessatti waan ittin ibsamu hedduu

Waan hundi yeroo isaa malee akka hin taanee, Maanguddoonni Oromoo barnooti hammayyaa hin booressine gadi jabeessanii dubbatu. Dhugumatti miidhaan Ummata…

12 years ago

Fuudhaa fii heeruma Aadaa Oromoo

Mararoo misiroon dhaammattu *********************** Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaa haala addaddaatiin ibsata. Keessumaa aadaasaa haala bareedaafi hawataa ta'een karaa addaddaatiin ibsata.…

12 years ago

Gutuu Hawaasa Baqataa Oromo Biyya Masrii Hundaaf :

Caayaa Tokkummaa Baqattota Oromo Biyya Masrii  Onkololeysa 19/2014 Akkuma bekkamuu warri Commnity Ethiopia (Habasha ) Magaalaa Kaayro keysa jiraatan Enbaassi Ethiopia…

12 years ago

Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti dorgomuuf jedhan kudhan keessaa sagal beekamtii guutuu ta’e argatanii jiru.

Harka Fuune akkam jirtu Obboloota kiyya? Akkuma beekamu Filannoon bara 2014/2007 adeemsifamuuf Ji'oota muraasa qofatu hafee jira. Paartileen siyaasaa uummata…

12 years ago

E B O L A

Dhukkuba hamaa nurraa qabi "Ebola" Addunyaan dadhabdee sihi abbaan falaa Dallansuma teetii dhibdee mitii balaa Irraa nu baraarii nu baasi…

12 years ago