bilisummaa

What is EBOLA?

There is currently an Ebola outbreak putting all of us at risk. Pls help educate all around u by sending…

12 years ago

Gadaameessa Qabsoo

Aaruu,dhipachuu, gidiraa,rakkina,obsa dhabuu,jechaan,sammuun naanna,uu,harka qalina,dhugaan mo,amuu,ofiin gungumuu,maraatuma ayii nama dhiba. jaaalala dhugaa unatanii dhandhamachiisan, dhiisanii taa’uu. Ija dura fiigdi ,jaalala…

12 years ago

Bomb Hits Somali Police Car Day After Deadly Cafe Attack

MOGADISHU— A bomb tore through a senior policeman's car in Somalia's capital on Monday, a day after suspected Islamist militants…

12 years ago

JECHOOTA HAYYOOTA OROMOO IRRAA….

  Kutaa 1ffaa Hubachiisa:- yoo akka dubbifteen ‘like’, ‘share’ fi ‘comment’ godhuu baatte dubbisuun hin hayyamamu. dubbisanii 'like' 'share' 'comment'…

12 years ago

Waahee keenya

Beekumsallee hin dhabnu Ofiifillee hin taanu Sammuun haguugatee Afaan haa dubbtu Egaa na dhaggeeffadhuu Carraan erga fiddee Oromoon tokkodha Eenyutu…

12 years ago

“SIRRAA DEEMUU KOOTI..!”

  Jaalalaan qaroomnee, jaalalaan gammannee, Abdii fuula duraa keessa keenyatti horannee, Umrii teenya guutuu addaa’n baanu jannee, Waliif taanee akka,…

12 years ago

Nuti barsiisotni Oromoo ibsa gabaaba qabxii 8 of keessa qabu kana ummata Oromoo fi lammilee Cunqurfamoo biyyattif dabarsinee jirra.

Haala Yeroo biyyattiin Keessa jirtuu fi Kasaaraa siyaasaa Mootummaa EPRDF mudatee jiru irratti Ibsa barsiisota Oromoo dhaabbilee bararnoota Olaanoo Yuunibarsiitota…

12 years ago

Taajjabbii Irreecha bara kanaa!!!

  Guyyoota darban keessatti uummanni Oromoo hundi dammaqinaan Irreecha bara kanaa irratti akka hirmaatuuf biyya keessaaf biyya alaa irratti yeroo…

12 years ago

Jechoota Hayyootaa‬!!­!

Jajjabee Biyya keessaa ~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha! ~ Beekaa jechuun nama dogoggora…

12 years ago