bilisummaa

Diimaa Naga’oo: “Qabsoo kan goonuuf Fedhii ummata keenyaa bakkan ga’uufi

"Kan qabsaawa jirruuf fedhii ummata keenyaa bakkaan gayuufi" Jaalli kun fedhii isaa bakkaan ga'ee moo kan ummataati bakkaan gahee? J/…

12 years ago

Amaanaa – Fiilmii Afaan Oromoo

  Wanti waaqni nu umeef bilisaan akka addunyaa kana irraa jiraannuf. Garuu namni humna walii wal irrattii ilaalachuun dantaa mataa…

12 years ago

“Gudeedamuun isa salphaadha, kan kana caaluutu nurratti raawwatamaa jira”

Gaafiif deebisaa RSO haala baqattoota Oromoo biyya Yemen keessatti yeroo ammaa deemaa jiru laalchisee......

12 years ago

Hin seenu mana gumaa!!!

  Hin seenu mana san haaloon irraa qaba Waan baay'ee na miidhan aariin garaa qaba Tokkoyyuu hin dagadhu ani gocha…

12 years ago

Qabeenyi ABO Shanee Gumii Saamamuu isaa ammaan dura isiniif ibsineeti turre.

  Garuu horiin kun akkuma ammaan dura isiniif ibsinetti madda galii addaa jedhameeti beekkama. Kan ajaja hayyu duree qofaan  sossoohudha…

12 years ago

Seenaa irratt qabattee gabaabduu

Onkoloolessa 16, 2014 (Gubirmans) — Duulli Oromoo jaarraa 16faa keessa  Laga Gibee fi Baaroo gidduu qubate Odaa xixinnoo fi bulcha sirna…

12 years ago

Diimaa Nagawo Finfinnee Gale

(Oduu, Oromedia, 17 Okoloolessa 2014) — Yeroo garaa garaatti Itoophiyaa haarosuuf fedhii akka qabu ibsaa kan jiru, Dr Diimaa Nagoo,…

12 years ago

Qophii Deegarsa OMN Fii Khabajaa Ayyaana Irreeysaa Irratti yaadaafii dhaamsa Hawaasa Oromoo biyya Sweden.

   Durataa'oota fii khoreelee irraa yaadaafii dhaamsa dabarfame. 1   Dura ta'aa Khoree Qindeeysitu  hayyuu kheenya      Obbo Ahmed…

12 years ago

Dhiibbaan Motummaan Masrii (Gubsii) hidhaa laga Abbayyaarratti godhaa jirtu haga tokko itti milkaawuun isaanii gabaafame jira.

Hegeree Oromiyaa Dhiibbaa Diplomaasii cimaa Motummaan Masrii goteen warreen akka Raashiyaan , tokkummaan Awrophaa fii Chainaan gargaarsa maallaqaa Milyaara 3.7…

12 years ago

Magaalaan Kaayro Dhohinssa Bonbbii Guddaan Sossote

Hegeree Oromiyaa Oduu Haariya Onkololeysa 15/2014 Halkan keysaa Sa'atii 11tti walkkaa Magaalaa Cairo Iddo Isa'aafa ja'amtu Mana Murtii Ol-Aanaa biyyatti…

12 years ago