bilisummaa

OLF REUNIFICATION PROJECT IS AT A CROSSROADS

By: Oromia Confidential The widely publicized reconciliation between the OLF factions, namely Qaama Cheumsaa (QC), Shanee Gumii (SG), Gurmuu Qabsawotaa…

12 years ago

Yaadannoo Aaddee Faxumaa Galmoo tiif Magaalaaa Torontotti Godhamee Fulbaana 21,2014 Kutaa 1ffaa

Aaddee Faaxumaa Galmoo eenyu? Maal ummata Oromootiif goote? Ummata Oromoo maal barsiifte? Seenaa akkamii ummata keenyaaf hanbiste? Ummanni Oromoo akkamitti…

12 years ago

Ayyaanni Irreechaa akka Ayyaana Biyyoolessaa Oromiyaatti guyyaa murtaaye tokko kabajamuu qaba

Abdii Boruutiin   Onkoloolessa bara 2012, mata-duree “Ayyaanni Irreessaa (Irreechaa) mallattoo Oromummaa waan ta’eef, bakkee hundattuu bal’inaan kabajamuu qaba” jedhuun…

12 years ago

South Sudan To Support Ethiopian Rebels, Insider!

Oct 3, 2014(Nyamilepedia) — An insider, from within the inner circle of South Sudan security organ, alleged that he, in…

12 years ago

Sirna dhaabbata Arafaa

Hegeree Oromiyaatiin Hujjaajonni ( keeysummonni Gooytaa ) Ganama Jum'aa onkololeeysa 3/2014 Muzdalifarraa gara Dirree Arafaa godaanan. Qaamni (rukniin) guddaan hajjiidha…

12 years ago

Barattootni Oromoo Walga’iin Wayyaanee nu hin ilaallatu jedhu

Godina Lixa Shaggar keessatti goototni barattootni Oromoo manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaa Amboo walga’ii afaan fajjeessa mootummaa abbaa irree…

12 years ago

Oliiqaa Dingil eenyyu? (Kutaa 2ffaafi isa xumuraaa)

******************* Yeroo yerootti uffata waraana Xaaliyaanii uffatee Dambii Dolloo seenuudhaan mana Aadde Moominaafi Aadde Daasharee Akkayyuutii daadhii dhugee, odeeffannoo barbaachisus…

12 years ago

EE BARA SAN !!

dubbadhu bara san bara dukkani ardi hamaate jaldeesi mukaa nu bate guyyaa mali wolalame wolaaltun nu mote bara dhiigni dhiigati…

12 years ago

Eid Mubarak! !

Kan baranaa kan hegeree!!! Addi Bilisummaa Oromiyaa (ABO) dhaamsa baga geessan/geenye Ummata islamaa addunyaa guutiifi ummata Oromiyaa fi Saba Oromoo…

12 years ago

Gaafa Jaarsi kiyya Du’ee Haarreen Qalaa..

Hegeree Oromiyaatiin Dubartiin Sa'udii takka Magaalaa Makkaarraa Gaafa Jaarsi kiyya Du'e "Harreen Qalaa jattee ofirratti Qodhaa gotee jirti" Gaazexaan Oduu…

12 years ago