bilisummaa

Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?

Abdii Boruutiin Kutaa sadaffaa - Dhugaa ragaa qabu moo afaanfaajjessaa dha? Iccitiin jiru hoo maali? Akkuma kanaan duraa har'as kutaa…

13 years ago

Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?

  Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa – Lammiileen Oromoo maal jedhu? Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti "gaafii guddaa…

13 years ago

Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?

  Abdii Boruutiin Kutaa duraa - Gaafii guddaa yeroo ammaa? Waldhabbii qabsaa'ota Oromoo jidduutti uumameen kan ka'e waggoota dabran keessatti…

13 years ago

Namnni mataa ofii bilisa hin baafnne nama biraa bilisa baasuu hin danda’u

Abdii Boruutiin Haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo yoon ilaalu ykn itti yaadu waa baay'ee tu sammuu kiyya keessa deddeebi'ee akkan gadifageenyaan…

13 years ago

Guddina Afaan Oromoof maaltu godhame, maaltu godhamaa jira, maaltu godhamuu qaba?

  Afaan Oromoo Afaan ittiin dubbatamu malee Afaan ittiin barreeffame akka hinturin hundi keenyaa kanuma beeknu fi kan seenaan illee…

13 years ago

Booda akka (itti) hin gaabbine

Namnni tokko yoomi fi maaliif gaabba? Gaafii kanaaf deebii kennuu dhaa dura waan tokko tokko haa ilaallu. Akkuma beekamu yoom…

13 years ago

Hanga Ummata Oromoo Waliin Hin araaramnetti Keessa OPDOtti Sabatiinsi Hin yaadamu; Hireen Maayyii Hogganoota Isaas Salphinuma

Bitootessa 12, 2013 (Oromo Liberation Front) – Ummata Oromoo keessaa dhalatee guddifachaa diinaa tahuudhaan saba isaa gabrummaa jalatti kan iggitaa…

13 years ago

Kaayyoon dhaaba jijjiiramaa ABO YKN hooggana bergaader….

Qabsoo Ofirratti Amantaa fi Kan kaleessaa irraa Barannee, kan Boruuf Maal Gochuu Qabna jennee of gaafachuu! Dhaabni siyaasaa tokko tarsimoo…

13 years ago

Jaallan Sooreessaa J/ Jaarraa Abbaa Gadaa fii warri isa mararfatan maal jedhu?

Jaallan Sooreessaa J/ Jaarraa Abbaa Gadaa fii warri isa mararfatan maal jedhu? Gaazeexeessaa, angaftichaa fii abbaa galmee jechoota Afaan Oromoo…

13 years ago

Kutataa dha du’a hin sodaatu

Kutataa dha du’a hin sodaatu Jajjaboodha hin cabu Dhugaa jaalata hin hin faallessu Onnee guutuun lola takkaa hin fakkeessu Dhugaa-­‐dhaaf…

13 years ago