Afaan Oromoo

Quba qabduu laataa?

Waa'ee og-barruulee Afaan Oromoo akka burqaa gola Oromiyaa mara keessaa finiinaa jiraanii? Yaadaafi hirmaannaa keessaniif galata guddaa qabna. These are…

13 years ago

YAA DHALOOTA QUBEE**

                                        Taammanaa Bitimaa irraa                     Ijoollee biyya abbaa-koo Dhalawwan aayyoo-too Yaa dhaloota Qubee Yaa dhaloota Qubee                     Walta'aatii ka'aa Gabrummaa…

13 years ago

Afaan Oromootiin maqaalee ji’annii kana beeyta? Yoo hin beekne kunoo shaakali

Maqaalee Ji'oota takkaa baatiilee Afaan Oromootiin meeqa keenyaatu beeka? Keessumattuu joolleen Oromoo ta Oromiyaa Alatti dhalatan maqaan ji'ootaa hafeetuu kan…

13 years ago

Dhugaaf kutateeti seene kharaa…

Dhugaaf kutateeti seene kharaa Hacuuccaa didee barbaada furaa kharaa walbaa bal\'isee banuuf Booree cubbuufii cubbissa cubbo Dhawee gombisuf abbotii shiraa…

13 years ago

Barnoota qubee Afaan Oromoo kutaa duraa

  Kutaa jalqaba baruumsa qubee Afaan Oromoo Suuraa fii barruun barachuuf as tuqi..

13 years ago

Boyyee fi karkarroo

Boyyeef karkarroo godeeyyii bineensaa Manamoo daggala galmi keessan eessaa Booyyeen manas gala bifti isaa waa lama Midhagan si caalaa karkarroodhaan…

13 years ago

Gaafa manaa bahu jalqabuma duraa

  Haadhaa fi abbaa obboleeyyan mara Ollaa fi ganda ahliidhaa fi fira Osoo hin jaalatin sosssobachaa garaa Dirqamuma ta’eef ka’ee…

13 years ago

Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun gatatuu (obbaatii ta’uu) dha

Hayyee! Attam jirtu? Barreeffama kana yoo dheerate iyyuu haala mijateen gurra sabaan nuuf gahaa! Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun…

13 years ago

Abjjuun Baraa Dheeraa!!

Walirrati hin duullu galiin teenya takkaa Kha hojjatuu tolcha kha hojatuu tolchaa Jalallee Dabarttee yoo namani waa yakkee Aanaa dhaatu…

13 years ago