Oduu Oromiyaa

Sirni Geggeessaa fi Awwaalcha Artist Nuhoo Goobanaa

OMN Sirni Geggeessaa fi Awwaalcha Artist Nuhoo Goobanaa bakka maatii, waahillaniifi dinqisiifattoonnisaa argamanitti Adaamaatti raawwatame. Sirna geggeessaa Istaadiyoomii Adaamaatti raawwatame…

4 years ago

SEENAA GABAABDUUNUUHOO MAHAMMAD GOOBANAA1952 – 2022Amajjii 19, 2022

Abbaa Urjii tiin: Ji’a Hagayyaa tan bara 1952-a, gaafa Mahammad Goobanaa ilmii barsiisuuf Dirree Dhawaa-rraa gama ganda Warra Alii kan…

4 years ago

Ibsa Ejjannoo Yaa’ii GHO 4ffaa.

Nuti, hirmaattotni Yaa‘ii Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) mata duree „Burjaajii Siyaasa ammee fi Carraa Hegeree Oromiyaa“ jedhu jalatti Ebla 10,…

5 years ago

Warra nu fixaa baheef addunyaan akkatti iyyiti

https://www.facebook.com/nasir.hamza/videos/10158486052769843 Yoo himachuu nurraa suutaami, Nama itti himannuu fii nama nu dhagayu dhabne malee kenyaatu irra darani https://www.youtube.com/watch?v=ZpI3eqxOqiY&feature=youtu.be

5 years ago

Freedom bells ring somaliland releases oromo man from prison 20 years later

Mohamed Muussaa Gamteessaa ja'ama, dhalataa Oromoo biyya Jimmaa Abbaa jifaara, bara 20 guutu yakka tokkoo malee mana hidhaa Hargeeyssaa keessaatti…

5 years ago

Hayyuu fii gameessi Oromoo gara aakiraa deeman

INNAA LILAAHII WA'iiNAA ILEEYHII RAAJI'UUN PROF Mahdii Hamiid Muudee (Abbaan Gaazexaa Bariisaa) Hayyuun Oromoo guddaan gara ganda Aakiratti godaanuun Dhagahame.Nama…

5 years ago

Qeerroon lafaa ol ka’i mirga kee kabachiisi Hayyoota keetis hiksisi

PRO.Mararaa Guddinaatiin Yaa Saba Bal'aa !! Akkuma beekamu yeroo ammaa kana haala rakkisaa fi yaaddessaa keessatti akka argamnu hunda keenyatu…

5 years ago

YAADANNOO AMNA QEEYROO GANAMAA BARA SHANTAMMAFFAA

Haalli ummata Oromoo kan arra bahaa-dhihaa fii kaabaa-kibba Oromiyaa keessatti xiqqaa fii guddaa - dhiiraa fii dhalaa lammii qabsoof onnachiisee…

5 years ago

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the world to bring light to…

5 years ago

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee 4 bara 2012 Abiyyi Ahimad…

5 years ago