Seenaa

Galmee Seenaa Irraa…Footoo tana yoo gartuu maal yaadatta?

Ayyube Abubakar Abubakar Mussa Sheekh Mohammed Rashad Hiboo Ahmed Abdi Hussein Aasha Abdoo Yoonis Abdullaahi Faxumaa Qaasim

11 years ago

Seenaa gabaabaa Jaal Durrii Muusaa (1945-2015)

Jaal Durriin Abbaa isaa Obbo Abubakar Muusaa Biyyoo fi Haadha isaa aadde Mariyam Shonkor irraa bara 1945 tti  Oromiyaa bahaa…

11 years ago

Aadde Foolii Gorbaa: Gaafa San Oromoon keenya dhoqqeedha..ar’a hoo?

https://www.facebook.com/video.php?v=1527172164230856

11 years ago

RSO: Jaal Araarsoo Muussaa eenyu? nama akkami?

RSOtif waayee isaa warri dhiheenyaa fii qaamaan isa beekhan waay'ee isaa akkanatti ibsu.... TV Oromoo Torontoo Lagafatoo Studio

11 years ago

~Waan Dalaydan keessatti, Rabbiin Sodaadhaa,Cubbuu Hin Dalaginaa, Dhara Hin Dubbatinaa

https://www.facebook.com/video.php?v=354599421374680

11 years ago

Seenaa Gabaabduu Obbo Araarsoo Boruu

  (1952 – 2015) Qabsoon bilisummaa ummata Oromiyaa, arra, sadarkaa if duuba hin deebine geeysee jirti. Akkanumaa waliin, bahaa-bu'ii amna…

11 years ago

Guyyaa har’aa aada ummata bareeda ‪#‎Oromo‬ ‪#‎Hararghee‬ isiin wal barsiisa kan beekuu ammo isiin yaadachiifnna

Barruu keenyya kana ammoo akka ‪#‎Share‬ fi ‪#‎Like‬cuqaasttanii hamilee dhan nuu jajjaabeesitanii ammas Seenaa babbareeda isiniif akka dhiheesinuu asumaan waada…

11 years ago

Afuura Kee Dhabne !

::::::::::::::::::::::::::::::::::::: Bakki jirtu eessaa? Biyya tamii laata Dhiira onnee guutuu Leenca ija barbadaa Yoomuu hin Cal'ifnee Lammiin si iyyaafataa Afuura…

11 years ago