Hooggantoota fi miseensota ”ABO” Biyya AlaaHubataa Dubbii tiinHooggansi ABO Jaal Daawud Ibsaatiin hooganamu bara 2018 biyyatti galuu isaa Oromoon biyyakeessaa…
Ija Dubbii Vol. 1, No. 4 1 Guraandhala 2022 Hoggansa fi Miseensa ABO Biyya Hambaa: Fira moo diina QBO ti?Hubataa…
Hubataa Dubbii tiin Qabsoo qeerroo fi qarreen Oromoo bara 2014 jalqabanii geggeessaniin dhiibamtee kufuu ofii beeknan, Wayyaanen bara 2018 aangoo…
Obbo Baqqalaa fi Obbo Jawar Baga Nagaan Mana Hidhaatii Baatan! Hubataa Dubbii tiin Obbo Baqqalaa fi Obbo Jawar turtii mana…
Taammanaa Bitimaa irraa Nafxanyaan marfamtee Nafxanyaan gorfamtee Gidiraa saanitiin gonfamtee Harka siif laate nyaattee Qeerroo fi qarree dhaante! Yaa Waaq…
Berhanu Hundee Akkuma Jaal Marroon yeroo tokko jedhe, Impaayarri Itoophiyaa tun raafamtee, bututtee, burkutooftee kufuuf waan dhiyaatte fakkaata. Murni Badhaadhina…
Berhanu Hundee Barreeffamni kun waan dheeraa ta’eef, akka dubbistoota hin nuufisneef, kutaa afuritti addaan baasee akkan dhiyeessu dursee dubbistoota beeksisuun…
Berhanu Hundee Barreeffamani gabaabaan kun Amajjii 1, guyaa WBO yaadachuudhaaf kan qophaahe waan ta’eef, hunda dura Uummata Oromootiin baga ayyaana…
By Dr. B. K. DERESSA Now days we Oromo’s and other oppressed nations are unable to protect our children, our…
Dhaamsa Abu Musa'ab https://www.youtube.com/watch?v=5wgTC-jZIiw&feature=youtu.be