Abo

Ustaaz Kamaal Heeboo wareegame jedhu

Innaalillahi wa’innaa ileeyhi raaji’uun Rabbiin Jaannataan sihaa qaniinisu goota Sabaa. Diinni uummata Oromoo bilxiginnaan Jaal Kamaaliin aj*jeesuu dadhabnaan "Ni ajjeesame"…

3 years ago

Gammoojjii fii baadiyyaa qofa osoo hin taane magaalota keessa galaa jirra

BBC Afaan Oromoo Waraanni bilisummaa Oromoo (WBO) kan mootummaan 'ABO-Shanee' jechuun paarlaamaan shororkeessummaan faraje, erga bulchiinsa Abiy Ahimad waliin wal…

3 years ago

“Alaabaan ABO, Mallattoo, Fakkii fi Qabeenya ABO fi Ummata Oromooti!

Ibsa Ajaja olaanaa ABO-WBO Waltajjii hawaasni qopheessu irratti namooti dhuunfaa ejjennoo dhuunfaa isaanii haasaahanis, ejjennoo isaaniif kan gaafatama guutuu fudhatu…

3 years ago

Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne.

WARREEN WAAN JOHAR MUHAMMED TUQAMEEF DHAABARRAA UFBAAFTEE JETTANII KEESSAN NA GAAFATTAN HUNDAAF DEEBISAA KIYYA. Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii…

3 years ago

Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite

Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo…

3 years ago

Obbo Jaawaar Mohaammad, alaabaa ABO seeraan ala itti dhimma bahuu hin qabu

Addi bilisummaa Oromoo (ABO)’n xalaayaa waxabajjii 06, 2022 dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo, Piroofeesar Mararaa Guddinaatiif barreesseen, Itti aanaa dura…

4 years ago

I am hereby resigning from OLF’s CC member and OLF’s membership effective immediately.

"Utubaan haga dhiiban qaba, haga dhiisan qaba" jedha Oromoon. Faranjoonnis " enough is enough" jedhu. Waan hinhubanne keessatti gubachuun gowwumaadha.…

4 years ago

Daawud Ibsaa KFOn faajjii ABO akka itti hin gargaaramne akeekkachiise

Daldalli yeroo dheeraa itti daldalaa turan ka gaheef hin fakkaatu......jajjabduu dhufaa jirti... Gareen maqaa ABOn "qaca fii shaneetti adda baate…

4 years ago

“Obboo Galaasa Dilboo maal ta’an, maal barbaadu?

  An ammumayyu nama kabajaa guddaa Obboo Galaasa Dilbootiif qabu keessaa tokko. Obboo Galaasaan nama jireenyii isaanii bilisummaa Oromootiif jedhe…

9 years ago

Tokkummaa mooraa qabsoo fi qabsa’otaa jabeessuuf labsa walii-galtee ABO fi IBSO

  Waamicha ummati oromoo jaarmiyaalee siyaasaa Oromoof taasisaa turee fi jiru ka’umsa taasifachuun, qabsoo Oromoo gara fuuladuraatti tarkanfachiisuuf, tokkummaan jaarmiyaa…

10 years ago