Baqattoota Oromoo

Baqattoonni Yemen lolli deebi’ee ka’uu mala jechuun soda qaban ibsan. Lollis deebi’ee itti fufe

VOA WASHINGTON DC— Baqattoonni Yemen keessa jiraatan gargaarsi namoomaa Tokkummaan motummootaa waadaa seene biyyattii ga’us kanneen Aden keessa jiran hin…

9 years ago

Rakkoo Baqattoota Oromoo keeniyaa keessatti

  Mootummaan wayyaanee umurii angoo isaa dheereefachuf fedhii guddaa irrraa kan maddee walii hidhata siyaasa mootummoota olaa waliin qabu bayyee…

9 years ago

Iyyannoo Baqattoota Oromoo Aden/Yemen

Irraa: Baqattoota Oromoo Adan-Yaman. Gara:Qaama Dhimmi kun ilaalu hundaaf: Ebla 19/2015, Dursinee nagaa oromummaa fi obbolummaa keenya isiniif dhaamna.Itti aansinee…

9 years ago

Lolli Yemen keessaa itti fufee jira. Baqattoonnis lola kana giddutti danqamne jedhu

WASHINGTON DC— Baqattoonni Yemen keessa jiran yeroo ammaa rakkoo hamaa keessa jiraachuu isaanii dubbatu. Dhukaasi magaalaa nuti keessa jirru Aden…

9 years ago

VOA: seenaa suukanneessaa jiruu baqattoota Oromoo..

BAQAATTOOTA OROMOO BIYYA LIBYA IRRAA GARAA TUNIZIYA SEENAAN https://www.facebook.com/video.php?v=646519038808177    

9 years ago

Baqattoota Oromoo Mana hidhaa biyya Sa’uudii Faraqa faraqaadhaitti rafna jedhu..

Sa'uudi Arabiyaa; Ilmaan Oromoo 230 mana hidhaa Najraan keessatti akka itti azzabamaa jiran caqasi ! dhageessee maaltu na dhibe jettee…

11 years ago

Ethiopian refugees face dam backlash in Egypt

Cairo, Egypt - For months, Gutama Gallatobati, a proud farmer and mechanic of Oromo descent languished in an Ethiopian prison over…

11 years ago

Letter of Appeal From the Oromo Refugees in Egypt

To: UNHCR Headquarter – Geneva, Human Rights Organizations, International Communities, Humanitarian Organizations abroad and in Egypt, Diplomatic Missions and Embassies in…

11 years ago