Najiib Zannuun irraa Waa'een saba keenyaa kun yeroo dubbatamu waan hedduutu nama ajaa'iba. Yeroo sabni keenya dammaqee wal dhagayuun sosossoo'ee…
"Akka hin nyaanne Zangaadaa marqitee Akka hin dhiifne Waa itti carreessitee" Kunoo dubbiin tiyya Tan akkasii taate Gad baasee himachuu…
Osoo hin qoratin Osoo keessan barin Daftee hin dubbatin! Dubbii qaccee qabdee hin raabsin jarjartee Booda ni gaabbita gaafa dhugaa…
Baga gammannee baga gammaddanii Guyyaa kabajamaa gammadu muslimoonni Baga ittiin geenyee baga ittin geeysan Baga waliin geenye irra deebi'uun! Iida…