Waa'ee OMN Guyyaa November 23, 2014 mariin waa'ee OMN magaalaa lakkuu Galma Hawaasa Oromoo MN keessatti saatii 2 irraa jalqabee…
Osoo hin qoratin Osoo keessan barin Daftee hin dubbatin! Dubbii qaccee qabdee hin raabsin jarjartee Booda ni gaabbita gaafa dhugaa…
OSOO HIN HUBATIN HIN DUBBATIN! Sirkanan Ahmed irraa Haala waa'ee OMN irratti deemaa jiru ilaalchisee namoonni garii garii osoo addaan…
Abdii Gemechu Rakkoon tokko tokko OMN keessa akka jiru erga gurra nu buutee bubbultee jirti. Rakkoo hanga tokkos nu…
Arra maalin dhagahe maaltu maal ta'e? Mataan na oowwee garaan na boba'ee Obseen dadhabee imimmaan harca'ee Teenya tun na dhibdee…
Kabajamtoota Hojjattoota, Miseensootaa fi Deeggartoota OMN Hundaaf, Hogganaa Bordii Oromia Media Network, Dok. Hamzaa Abdurazaaq, dura taa’umaa Boordii OMN, irraa…
The Chair Person of Oromia Media Network DR, Hamza Abdurazaq Resigns from his post amid internal and external controversies.
Haalaa hamii fii jatte jattee dhiheenya kana sabaa himaa Oromoon Jaarte (OMN) keessatti dhalaterra hogganootiin OMN miidhaa kana wal'aanuu fii…
Haala yeroo ammaa OMN irratti deemuu laalchise bulchitoonni OMN gara Paaltookin ummataaf ibsa kennan. Deggarttoonni OMN eega hamii fii jettejetteen…
Seenaa Abdissa Hmmmm......bullee kaanee waanuma Abdii nama kutachiisu dhageenya yaa Lammii!!! yeroo Miidiyaaleen Addunyaa Badii tokko malee Ajjeefamuu,Hidhamuu fi Dararamuu…