Oromiyaa

Kanaan dura finfinneen lammi ishi dhiifte alagaa sooraa turte….

Oromticha jimmaa  GIDDU GALA GALMA AADAA OROMOO Kanaan dura finfinneen lammi ishi dhiifte alagaa sooraa turte kana males bosona ishee…

11 years ago

Musliimmoota Mana Hiidhaa Shashamnee Irraa Yaaka Tokko Malee J’oota bay’eef hiraramaa turan Guyyaa Kaleesaa Hiidhaa Irra Hiikkaaman

Maddi: RDH Guyyaa Kaleesa Sagantaan Geggeesa H’oo ta’e kan qoph’eef ta’uu Ibsame. Raadiyoo Daandii Haqaatiin Jimaata Caamsaa 28 /2007 Musliimoota…

11 years ago

Magaalaa Cirootti abbaa matii tokko hadhaa manaa fi joollee isaa bira butani ajjeesanii daggalatti darban

Magaalaa guddittii godina Harargee lixaa magaala Ciroo iddoo lakk. 9 jedhamtutti jiraataan oromoo tokko galgala kaleessaa dhoksaan halkan balbala caphsanii…

11 years ago

Seenaa Gabaabduu Obbo Aammad Sheekh Usmaan Qawwee

  (Abbaa Abdii) Baha Oromiyaa keessatti iddooleen seena qabeessa tahan heddu. Lola diddaa gabrummaa tiif Calanqo, harshifiif Goda Wanjii, magaalaaf…

11 years ago

Teessuma Lafaa fi Haala QilleensaaTeessumni ji’oograafii fi haalli qilleensa Oromiyaa baayyee bal’aa dha.

Obsan maleen Oromiyaan gaarreen dhedheeroo, badda-rogeelee (plateaus), ija laggeenii (gorges) nama maalachiisan, diida ijji ilaalee hin kutne (rolling plains) fi…

11 years ago

‘የፍቅር ከተማ’ jedhanii? ‘Yaa Marqa si Afuufuun si Liqimsuufi’

Boruu Barraaqaa Namni marqa jaalatu akka kootii tokko barruu kana mammaaksa marqaatiin yoo jalqabu hancuufatu afaan guuta. Eeyee! Marqi nyaata…

11 years ago

Uummata Bal’aa Gaanfa Afriikaa, Uummata Hacuuccan Miidhe.

  Seensa Oromoon yeroo mammaaku “Baraa fi murxuxxee gadi jedhanii jala ba’u” jedha.. Haa ta’u iyyuu malee murxuxxee gugguuffiin nama…

11 years ago

SEENAA GABAABAA Obboo KADIIR WAAQOO SHAAQEE

INNAA LILLAAHI WO INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN !!!   Kadiir waaqoo kan dhalatan godina baalee aanaa harannaa bulluq ganda bulluq jedhamu…

11 years ago

Hamma hin jirree bookkisa dullacha

Gidduu kana gara Awaasaa kanaa dullachi Tigree adeemsa seenaa hin hubannee fakkaatu tokko Oromoon isuma Yohaannis arraba irraa cire sana…

11 years ago