Tokkummaan Oromoo hunda dursu akka qabuu fi daandiin qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuu danda’u tokkummaa Oromoo jabeessuu duwwaa akka…
It is a known fact that the non-stop theme of discussion among the Oromo polity is the "conflict": 'Ethiopian Democratization…
Kutaa tokkoffaa……. Sadarkaan guddinni qabsoo Oromoo irra gahee jiru, yeroo gandaan, gareen, amantaa fi sammuu alagaan yaadan irra ce’ee jira.…
Qabisoon bilisumaa Oromoo ABO hogganamu yeroo ammati bu’a fi bahii heddu keessa darbee haala amma irra jiru irra gahe…
Qabsoon yeroo hunda gabbachaa fi danboobaa deemuu qaba. kana gochuuf garuu hooggana jijjiramaa fi hooromsa qabsootti amanu horachuun murteessaa dha.…
Bara 1936 ykn 37 Xaaliyaan hoggaa biyya seente, Harargee Bahaa Watar bakka je’amutti Abdukariim Ibraahim (Jaarraan Abbaa Gadaa) dhalate. Jaarraan…
Irraanfachuu hin qabnuu hogguu haa yaadannuu, Haa wal yaadachiifnuu namuu haa qaabannuu, Waan dhaammatan qabuu gootowwan kaleessaa, Kan haqamuu hin…
Tattaaffiin rakkoo qabsoon Oromoo mudatte furuudhaaf akka matayyaattiis tahe akka gurmuutti godhamaa jirtu mara jajjabeessuun barbaachisaadha. Carraaqqiin garasiin godhamtu garuu,…
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) kan eegale, biyyi teenya Oromiyaan Minilikiin weeraramtee; erga uummatni ykn…
Abdii Boruutiin Qabsoo bilisummaa saba tokkootti, keessa fi alaan rakkoolee fi gufuuleen adda addaa heddoomuun waan haaraa…