qabsoo

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree kaawametti odoo hin seenneen dura,…

12 months ago

OSAn Jawaar ni afeerraa fii hin afeerruurratti garee lammatti cabe

OSAn Jawaar ni afeerraa fii hin afeerruurratti garee lammatti cabe

2 years ago

Haasawa Dr. Ittaanaa Habtee har’a iccitii Obboo Johaar Muhammed jedhee dubbate haasawa mizana kaasu miti.

Haasawa nama baratees hinfakkaatu. Maqa balleessi nama dhunfaa fakkaata. Waan qabsoo sabaaf dubbatamees natti fakkaachuu dide. Gara jibba dhunfaatti harkaa…

2 years ago

Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa

  Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira.…

8 years ago

ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan ‘native’ warra USA fii Canada ala hinta’u.

Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame…

9 years ago

Manni murtii Fedaralaa Itoophiyaa,hidhamtoota Koree Hawaasa musiliimaan yakkamtoota jedhe.

https://youtu.be/23OzRdJ7ONM OMN:Oduu Adol.06,2015 Murtiin yakkamtummaa hidhamtoota Koree fala barbaadduu hawaasa Musliimaa 18 irratti , mana murtii ol’aanaa Federaalaa biyyatti, dhaddacha…

9 years ago

Murtee fi ijjannoo hooggana olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo

Hoogganni olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo eega jaarmiyaleen siyaasa Oromoo tokkummaa fi walitti baqiinsa injifannoon xumuratanii booda, teessuma idilee jalqabaa gaafa…

9 years ago