seenaa

Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa

  Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira.…

8 years ago

GOLA SEENAA KEESSAA …..

Namoota seenaa Uummata Oromoo keessatti seenaa dalaganii darban kaasanii mariyachuun bu'aansaa waa hedduudha... Har'aaf ..... SEENAA GABAABAA SHAALAQAA GARBII BULTOO...qabadhee…

9 years ago

Kitaabni ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ dhihotti magaalaarra ooluufi

Kitaabni ifaajee waggoota dheeraa nagaafate, ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ mata-duree jedhu jalatti maxxanfamee, Hagayya (August) 1, bara 2015, Minnesotaa, Magaalaalee Lakkuu…

9 years ago

Seenaa darbe  irraa maal baratne? Keessaa iyyuu kan MQBO. Keessatti Oromoo mudate

  Imala  qabsoo bilisummaaf godhamu keessatti bu’aa fi ba’ii hedduutu nama mudata .kana jechuun galii tokko yoo qabatan illee adeemsa…

9 years ago

Jen. Huseen Bunee Daraaraa (1906-2009)

Ferhan Abdulselam    Abbaa isaa obbo Daraaraa Godaanaa fi haadha isaa aadde Hawwaa Badhaasoo irraa bara 1906 Kibba Oromiyaatti, Baale…

9 years ago

Seenaa gabaabaa Sooreessa Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa

      Walakkaa bara 1876a, gaafa Ibroo Shaxaa lola Cirrachaatti waraana Misraa kan Ra’uuf Baashaa tiin hoogganamuun odoo loluu…

9 years ago

OROMOO KARRAYYUU KEESSAA WAA AS NUTTI BA’E!!!

BAGA GANMMADDAN!!   LAMMEESSAA GACHIISAA LATAA jedhama. Kitaabni kun harka bubbulee ture. Har\a garuu aadaa sabichaan kan bukeeffame,,,,dubbisanis kan hinquufamne....'ASOOSAMA…

9 years ago

Dr.Jamaal Abbaa Garoo: “Gadaa.com is a fascist website”

Qabxii doktortichaa... https://youtu.be/QEx09ePIkkE 1. J/Jaarraa Abbaa Gadaa kan itti duulee balleesse joolluma harageeti malee nama biraamiti. 2. Siyaasaa fii amatii…

9 years ago

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Duraa

                                                       Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti…

9 years ago

SEENAA GABAABAA Obboo KADIIR WAAQOO SHAAQEE

INNAA LILLAAHI WO INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN !!!   Kadiir waaqoo kan dhalatan godina baalee aanaa harannaa bulluq ganda bulluq jedhamu…

9 years ago