Bulchiinsi Magaalaa Sulultaa weerara lafaa amantaa dawoo godhachuun raawwatamu irratti tarkaanfii malu kan fudhatu ta’uu ibse. Magaalichatti weerarri lafaa maqaa…
Dorgommii fiigicha meetira 3000 gufachiisa dubartootaa Roobii halkan fiigameen atileetiin Itoophiyaa Warquhaa Geetaachoo lammaffaa bahuun meedaaliyaa meetii, Maqidas Abbabaa ammoo…
Ahmaddiin Jabaliin Birriin Toophiyaa, Tyoophiyaan alatti daldalaaf/bittaaf gurgurtaaf fudhatama waan hin qabneef, daldala alatti gaggeeffamuuf maallaqaalee kanneen akka doolaaraa (yuuroo,…
Raayyaan Ittisa Biyyaa daangaa humna waraanaa Sudaaniin qabame bilisa gochuuf gahuumsa qabaachuufi qophii barbaachisu hunda taasisuu beeksiseera. Ministeerri Raayyaa Ittisa…
Mana maree dhimmoota Islaamummaa Toophiyaa (ce'umsaa) irraa haleellaa namoota nagaa irra ga'aa jiru ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kenname Maqaa Rabbii akkaan…
Hookkarri lammiilee biyyoota Afrikaa biroo kanniin Afrikaa Kibaa keessa jiraatan irratti xiyyeeffate torbaan kana keessa babal’achuu isaati kan gabaafame. Lammiileen…
https://www.facebook.com/video.php?v=10206530682009660
President of the Ethiopian Parliament Abadolla Jamda confirmed the existence of agreements between the Saudi and Ethiopian governments to recruit…
December 28, 2014, ADDIS ABABA (Sudan Tribune) – An Ethiopian opposition leader on Sunday dismissed reports alleging he has been…