Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan…
By Hawi Olani Kesesa Ashama ashami jirtuu jadhetan eegala Mootummaa norwayeen galatooma jedha jechako jalqaba Oromoon dhiphatee galgalaaf ganama gadi bu,’aa…
Duuraan nu fakkaattee gadheen nutti maltee Dubbii mammaaksaan Oromoon dubbattee; “Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee” Kunoo hubadhu mee dubbiin akkas…
Saalfii fi komii hin beektuu Akka namaa of dandeessee hin deemtuu Maaliif na akkeessitaa yaa gaaddidduu? Yoon deemu nawajjin deemta…
Akkana Aanaan irraan eegganne Maalumaa keeyssaa luqise onnee Diina guyumaan qalu nama isaa Namomaan aleen wajji itti tumsaa Mar'imaan darbbaafi…
Suma barbbaadata lafa meeqaan deemee Oduman siif iyyuu mataan na molaawee Arriin naan facaate dullomee goollaaawe Gaara dakhan jenne dachii…
Alaabaa nagayaa ipsituu biyyayyuu Jaalataan khee haa carraaqu guyyuu Kha'e gallaanni toowarraa laga hunddaa danqaree Nyamnyamiifi jawwisaan mooji garaani goree…
Silaa addunyaan mana keenyaa mitii Manni dhugaa kan du'a boodaati Duuti waa hin haftu hundumatti dhufti Arra kunoo dhabne aalimticha…
Dhugaaf kutateeti seene kharaa Hacuuccaa didee barbaada furaa kharaa walbaa bal\'isee banuuf Booree cubbuufii cubbissa cubbo Dhawee gombisuf abbotii shiraa…
Haadhaa fi abbaa obboleeyyan mara Ollaa fi ganda ahliidhaa fi fira Osoo hin jaalatin sosssobachaa garaa Dirqamuma ta’eef ka’ee…