walaloo

Utuun karaa deemuu mogoleen nabuutee…

Birkii Burqaa Kaleessaa Aduufi dadhabbiin afuura nafuutee,, na laaffiftee jennaan gaaddisatti gore. Kan olsiinii hin qabne yaa mana uumamaa,, yoo…

9 years ago

Mohamed Ayyuub: Yaa biyya too yoomumaan ijaan si arga guyyaa tokkoofillee

Walaloo Mohamed Ayyuub guuyyaa ayyaana WBO Suwedin Skara Amajjii 3 2015...godhe  ·

9 years ago

Guyyaa WBO/Waraana Bilisummaa Oromoo

Kabaja Guyyaa WBO irratti walaloo Najiib Zannuun

9 years ago

ABDI QOPHEEN EENYU?

Najiib Zannuun irraa Abdi Qopheen eenyuun wal hin gaafachiisuu Seenaan isaa hundi kan eenyummaasaa ibsuu Har'a du'aan dhabnee nullee hadiyyoomsu,…

9 years ago

Oromumaan keenyaan biyya iraa baqanee.

By Habtamu Negashe Balcha                                       Dec 25,2014 WAYYAANEE NACAQASSI Oromumaan keenyaan biyya iraa baqanee. Yaka taka malee oromiyaa  iraa fagaanee,…

9 years ago

“YOO DUBBANNE BUUBBEE YOO CALLIFNE BUQQEE”

"Akka hin nyaanne Zangaadaa marqitee Akka hin dhiifne Waa itti carreessitee" Kunoo dubbiin tiyya Tan akkasii taate Gad baasee himachuu…

9 years ago

Osoo hin gaafatin, Osoo hin hubatin….

Osoo hin qoratin Osoo keessan barin Daftee hin dubbatin! Dubbii qaccee qabdee hin raabsin jarjartee Booda ni gaabbita gaafa dhugaa…

9 years ago

Amma maalin jedha maaluman dubbadha Dubbiin gara galtee tam irraa qabadha?

Arra maalin dhagahe maaltu maal ta'e? Mataan na oowwee garaan na boba'ee Obseen dadhabee imimmaan harca'ee Teenya tun na dhibdee…

9 years ago

NAMNI OROMUMMAAF YAADU GALATA QABA!

Namoonni tokko tokko akkaataa itti komatan malee akkaataa itti dinqisiifatan hin beekan. Oromoo fi Oromummaan maal akka taatee fi qabsoon…

9 years ago