Wayyaanee

Lola diinni kee waggaa 30 guutuu si qorqe har’a bakka lamatti wal baasee wal lolu keessa hin galin!

Lola kaabaa Akkuma lola isa waggaa lama duraa ammas humni waraanaa PP 'Ajaja Bahaa' jedhamu daangaa cehee Eertiraa akka seenu…

2 years ago

Afaan Hojii Woyyaaneetiifi Isiin Dhageettu, Afaan Qawweeti; Oromoolle Afaan Qawwee Qofaan Woyyaanetti Haasawuun Dirqama.

(VOICESFORVOICELESS.BLOGPOST.SE.COM) Yaa Oromoo, qabsoo bilisummaa biyya tokkoo keessatti gargaarsi biyyoota alaa ni barbaachisaadha yoo jennee of gaafannee, deebiin jiruu eetii…

9 years ago

Loltuun Agaazii tokko ka maqaan isaa Dargee Nigusee jedhamu Amboo keessatti ajjefame jedhu

The Oromia Daily POST ODUU TARKANFII MAGAALA AMBOO Ummatni Oromoo yeroon ittii Gumaa ilmaan isaa baasuu ammaa.......... Kaleesa Gaafa guyyaa14/07/2007ALH…

9 years ago

ምርጫ እና ምርጫ በ2007! ዕጣ! ጣጣ! . . . የምር ይውጣ

http://www.goolgule.com/election-2007-2015-in-ethiopia/ ምርጫ 2007ን ከሌሎች ምርጫዎች ሁሉ ልዩ የሚደርገው ምርጫ ቦርድ ከምርጫው በፊት ፓርቲዎችን (ተፎካካሪ) በማፍረስ ጀምሮ የሰማያዊ ፓርቲ እጩ ተወዳዳሪዎችን…

9 years ago

Qotee bulaa Oromoo Salaalee, akka dhala bineensaa gabaa keessatti fannisuun faashistummaa Wayyaanee, tuffii ummata Oromoof qabdu kan muldhisee dha.

TPLF eega aangoo qabatttee kaaftee, ilmaan Oromoo kumaatamatti lakka’aman alduree seeraa tokko malee ajjeesuun, hidhuun, dhabamsiisuun, shororkeessuun amala bulchiisa Wayyaanee…

9 years ago