ODUU TARKANFII MAGAALA AMBOO
Ummatni Oromoo yeroon ittii Gumaa ilmaan isaa
baasuu ammaa……….
Kaleesa Gaafa guyyaa14/07/2007ALH galgalaa
keessaa sa’ati 1:45 taa’uu irrattii Magaala Amboo
naannoo mana barumsaa Teekinika KBLTO Damee
boolee ttii looltuu yookiin waraana Agaazii kan
sabumman isaa Tigree taa’ee Dargee Nigusee
jedhaamuu irrattii humnaa hin beekamneen
Tarkanfii irratii fudhaatamen lubbun isaa darbuu
danda’eera. Loltuun kun bara 2014 yeroo ummatni
Oromoo Magaala Amboo gaaffii maaster pilaani
Finfinnetiin wal qabatee hiriiraa bahee jiruutii,
Dargaggootaa oromoo jaha irraattii al tokkicha ittii
dhukaasuun lubbuu isaani yeroo dabarsuu,waliig
alattii namootaa 15 kan ajjeesse fi 20 ol akkaa
madeese ture,ummatni Amboo ragaa baha.
Yaadannoon Eblaa 22 Ummata Amboof yoomiyuu
hin dagatamuu.
Injifannoon Ummaata Oromoof!!!!!
U.S. Secretary of State Antony Blinken's upcoming visit to Addis Ababa, Ethiopia on March 15…
By Leenjiso HoroMarch 13, 2023This call on the Oromo elites is to urge them to…
Gargaarsi uummata Booranaa hongeen miidhameef geeffamaa ture gariin gara baadiyyaa dhaqqabaa hin jiru, kaan ammoo…
By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have…